Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa gaafatan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Artist Alii Birraa mana jireenyasaatti argamuun gaafataniiru.
Seenaa Muuziqaa Oromoo fi…
Naannoon horsiise bulaa xiyyeeffannoo addaa barbaada-Preezdaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan naannoon horsiise bulaa xiyyeeffannoo addaa barbaada jedhaniiru.
Bulchiinsa mootummaa…
Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Axaayyeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Axaayyeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbeera.
Halkan Waaldiyaarraa gara Finfinnee namoota 22 fe’ee…
Guyyaan horsiise bultootaa biyyaalessaa 18ffaan magaalaa Adaamaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Guyyaan horsiise bultootaa biyyaalessaa 18ffaan mata duree “ Misoomni Horsiise bulaa badhaadhina biyyaaf” jedhuun magaalaa Adaamaatti kabajamaa jira.…
MM Abiy Ahimad bakkeewwan hongeen miidhaman daawwachuuf Jigjigaa galan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad bakkeewwan hongeen miidhaman daawwachuuf Jigjigaa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Jigjigaa ga’an…
Bineensonni Bosonaa Paarkii Booranaa keessatti argaman sababa hongeen rakkoo bishaanii hamaaf…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Bineensonni Bosonaa Paarkii Booranaa keessatti argaman sababa hongeen godinicha muudateen rakkoo bishaan dhugaatii fi nyaataa hamaaf saaxilamuu bulchiinsi…
Maree Biyyaalessaa milkeessuuf ga’een dargaggootaa olaanaadha – Koree Hojii…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Paartii Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanirratti magaalaa Adaamaatti mari'ataa jira.…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa kan maqaa gaarii Ityoophiyaa itti ijaarru ta’uu qaba –…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Yaa'iin Gamtaa Afrikaa kan maqaa gaarii Ityoophiyaa itti ijaarru ta'uu qaba jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasiisee Caaliin.…
Waqtii Arfaasaa naannoleen Gammoojjii biyyattii Rooba idilee fi idileetti dhiyaatu ni argatu
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Waqtii Arfaasaa naannoleen Gammoojjii Kibbaa fi Baha biyyattii Rooba idilee fi idileetti dhiyaatu kan argatan ta'uu ibsame.
Inistiityuutiin Raaga Haala…
Dooktar Yiliqaal aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Godina Shawaa Kaabaa aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwataniiru.…