Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Barnoota Oromiyaa gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Biiroon Barnoota Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gamaaggama kurmaana 2ffaa gaggeessaa jira.
Biirichi daayrektaroota Biiroo Barnoota Oromiyaa fi Itti…
Abbootiin alangaa ga’ee ogummaasaanii haalaan akka ba’ataniif hundeeffamuun waldaa abbootii alangaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Abbootiin alangaa ga’ee ogummaasaanii haalaan akka ba’ataniif hundeeffamuun waldaa abbootii alangaa daran barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa…
Ajejni Bahaa miseensota raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo turtii isaanii uwwisaniif guddina…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ajejni Bahaa miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo turtii isaanii uwwisaniif guddinaa sadarkaa laateera.
Ajejichi…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoota Oromoo dogoggooraan shaneetti makamaniif waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shaneetti osoo hin hubatiin itti makaman hundi karaa nagaan…
Dhaabbileen ijaarsaa hidha jallisiirratti hirmaatan simmintoo kallattiin warshaaleerraa akka…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ijaarsi hidhawwan jallisii addaan akka hin ciccinnee fi ariitiin akka xumuramaniif dhaabbileen ijaarsaa hidhawwan jallisiirratti hirmaatan simmintoo…
Biirichi dhaabbilee garaagaraa waliin haala hojii mijataa uumuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Biiroon misooma indaastirii fi interpiraayizii hojii bulchiinsa magaalaa Finfinnee dhaabbilee garaagaraa waliin haala hojii mijataa uumuuf waliigaltee…
Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessiin nyaataa fi qorichaa Birrii biiliyoona 1 ol naannoo Tigraay…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessiin nyaataa fi qorichaa Birrii biiliyoona 1fi miiliyoona dhibba 6 ol naannoo Tigraay qaqqabuu Ministeerri Dhimma Alaa…
Gareen shororkeessaa ABUT karaa godina Kiilbatii Rasuun irra deebiin weerara banuu Mootummaan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT kisaaraa irra qaqqabe haloo ba’uuf karaa godina Kiilbatii Rasuun irra deebiin weerara banuu Mootummaan Naannoo Afaar…
Qorannoon qoratamee ol ka’amuu qofa osoo hin taane hojiirra oolchaa deemuun…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Qorannoon qoratamee ol ka'amuu qofa osoo hin taane hojiirra oolchaa deemuun murteessaa ta’uu Preezdaantiin mootummaa naannoo Orimiyaa obbo Shimallis …
Namoota garee shororkeessaa Shaneen ukkaamfamanii fudhataman deebisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Namoota garee shororkeessaa Shaneen ukkaamfamanii fudhataman deebisuuf hojjechaa jiraachuu koreen waloo nageenyaa federaalaa beeksise.
Garichi guyyaa…