Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsi mootummaan bakkeewwan hongeen mudatetti taasisaa jiru cimee itti fufa- Komishinar Mitikkuu…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Deeggarsi mootummaan bakkeewwan gammoojjii hongeen mudatetti taasisaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Mitikkuu…
Dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii Dubaay Diippii Warlid waliin hojjechuuf waliigalleerra-…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawiit Mogas dura taa’aa fi hojii raawwachiisaa dhaabbata dhiyeessaa tajaajila Loojistikii…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Oromiyaatti Fooramii fi egzibiishii albuuda…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaan obbo Shimallis Abdiisaan durfamu naannoo Oromiyaatti Fooramii fi egzibiishii albuuda jalqabsiiseera.…
Hojiin horsiise bultoota sababa waraanaan miidhamanii deebisanii dhaabuu karooraan qabatamee…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hojiin horsiise bultoota sababa waraanaan miidhamanii deebisanii dhaabuu karooraan qabatamee hojjetamuu akka qabu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Bulchiinsa Godina Saba Oromootti konfiraansiin hawaasa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Godina Saba Oromootti konfiraansiin hawaasa gaggeeffamaa jira.
Konfiraansicharratti preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa,…
Balaa tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Konkolaataan deddeebisa ummataa Ibinaatii gara Saqoxaa imalaa ture tabba keessatti kufuun lubbuun namoota 20 darbuu ibsame.
Konkolaataan…
Hongeen godina Booranaatti mudate jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hongeen godina Booranaatti mudate miidhaa beelladarraan ga’een cinaatti jireenya hawaasaarratti balaa aggaamuu haawaasni godinichaa ibsan.
Miidhaa…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu hojiilee misooma magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwataa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa Preezdaantii Itti aanaatti Qindeessaan Kilaastara Magaalaa Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu Magaalaa Adaamaatti hojiilee misooma…
Gamaaggamni raawwii hojii Paartii Badhaadhinaa fi mootummaa gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Paartii Badhaadhinaa fi Mootummaa guyyoota sadan darbaniif Adaamaatti geggeeffamaa ture xumurameera.
Raawwiin hojii…
Sirni eebba Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Haaromsi taasifamaafi kan turee sirni eebbaa Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.
Seenaa qabeessaa fi bifa magaalichaa kan ta’ee…