Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni eebba Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Haaromsi taasifamaafi kan turee sirni eebbaa Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.
Seenaa qabeessaa fi bifa magaalichaa kan ta’ee…
ABUT weerara damee indaastiriwwan irratti raawwateen qabeenyi Birrii biiliyoona 3.1 olitti…
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessa ABUT weerara damee indaastiriwwan olaanoo fi gidduugaleessa qofa irratti raawwateen qabeenya Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilamamamuu…
Sudaan waliin walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerraa geenyee-Dooktar Abrahaam…
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Sudaan waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti walitti dhufeenyaan hojjechuu akka qabnu waliigalteerra geenyeerra jechuun Ministirri Ministeera Raayyaa…
Aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddicha nagaan akka xuramuuf gumaachan galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee fiigichi guddichii Ityoophiyaa 13ffaan guyyaa har’a magalichatti gaggeeffamee nagaan akka…
Humni nagaa kabachiisa Abiyee ergamaasa ga’umsaan ba’aachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Humni Nagaa Kabachiisa Ityoophiyaa, Sudaan Abiyeetti argamu Ergama Nageenya eegsisuu itti kenname qophaa’ummaa loltummaa amansiisa ta’een itti fufsiisa…
Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Feestivaalli aadaa 13ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Feestivaalicharratti namoonni kumni 300 ol irratti hirmaatuun eegama.…
Ityoophiyaan Fiigicha guddaarra jirti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 21ffaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru
Fiigichi guddaan kun Ityoophiyaaf…
Ergaa bulchiinsa magaalaa Finfinneerraa darbe
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kabaja Ayyaana Cuuphaa ilaalchisee ibsa kenneera.
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiittis ta'ee magaalaa Finfinneetti…
Abbootiin Alangaa Federaalaa Yaa’ii waliigalaa gaggeeffamurratti si’oominaan akka…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Ministeerri Haqaa Abbootiin Alangaa Federaalaa Yaa'ii waliigalaa gaggeeffamurratti si'oominaan akka hirmaatan waamicha dhiyeesseera.
Ministeerri Haqaa…
Gulantaan guddinaa fi meedaaliyaan hoggantootaa fi miseensota Raayyaa Ittisaaf kenname ga’umsa…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Gulantaan guddinaa fi meedaaliyaan hoggantootaa fi miseensota Raayyaa Ittisaaf kenname ga'umsa isaanii qofan ta'uu itti aanaan Itaamaajoor Shuumiin Humna…