Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenyi Ityoophiyaa tasgabbii naannawaa Baha Afrikaaf murteessadha – Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahaaddiin Ministira Dhimmoota Preezdaantummaa Sudaan Kibbaa Dooktar Baarnaabbaa Maariyaa Beenjaamiin…
Yuunvarsiitiin Hawaasaa barattoota ogummaa Fayyaan garaagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Hawaasaa guyyaa har'aa Digirii jalqabaan Barattoota 246, digirii 2ffaan barattoota 72 fi Ispeeshaalistiin barattoota 40 eebbisiisuu…
MM Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka buutoota miseensota diyaaspooraa waamicha biyyaa fudhachuun gara biyyaa galan waliin mari'ataniiru.
Marii…
MM Abiy Ahimad, Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aanaa Preezdaantii Mana Maree Ce'umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon baga nagaan gara…
Itti aanaan Preezdaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Umdaan Daagaaloon Finfinnee galaniiru.
Jeneraal Mahaammad…
Obbo Musxafeen Sagantaa Nyaataa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa Bahaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafeen Mahaammad Sagantaa Nyaataa Addunyaatti Daayreektara Afrikaa Bahaa Mikaa’eel Diinfoordiin waliin…
Haaromsi taasiifamaafii kan ture Gamoon Mana Qopheessaa magaalaa Finfinnee boru ni eebbifama
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Haaromsi taasiifamaafii kan ture Gamoon Mana Qopheessaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee boru ni eebbifama jedhame.
Gamoon seenaa qabeessi…
Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa gamoo haaraa abbaa darbii 36 ijaarsiisuufi
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikii Ityoophiyaa gamoo haaraa abbaa darbii 36 magaalaa Finfinnee naannoo Caffee Aannaniitti ijaarsiisuuf har’a dhagaan…
Lafti hektaarri kumni dhibbi 4 Qamadii jallisiin misoome – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) –Bara 2014ttti lafa hektaara kuma dhibba 4 irratti Jallisiin qamadiin facaa’uu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Bara kana naannoo Oromiyaa,…
Teeknooloojii fi meeshaan ammayyaa hidhanne bakka fuulleffate adda baasee kan rukutu waan ta’eef…
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Teeknooloojii fi meeshaan ammayyaa humni Qileessaa keenya hidhate bakka fuulleffate adda baasee kan rukutu waan ta’eef namoota nagaa hin miidhu jedhan…