Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Kibbaatti duulli Mioomsa sululaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti duulli Mioomsa Sululaa bakka Preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw argamaniti godina Koonsotti eegalameera.…
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti galmeessa seera qabeessa akka taasisuuf deeggarsi barbaachisu ni…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Dhaabbanni Paabilik Dippiloomaasii Ityoophiyaa Ityoophiyaatti galmeessa seera qabeessa akka taasisuuf deeggarsi barbaachisu kan taasifamuuf ta’uu…
Lafa heektaaraa miiliyoona 2 olirratti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjetamaa jira- Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Lafa heektaaraa miiliyoona 2 fi kuma 500 olirratti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hojiin misooma…
Misirroowwan qophii cidhasaaniin lammiilee rakkoo keessa jiran akka yaadatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Misirroowwan baasii qophii cidhasaaniif wayita baasan haala yeroo Ityoophiyaa fi lammiilee rakkoo keessa jiran ilaalcha keessa akka galchan abbootiin…
Walloo Kibbaatti gareen shororkeessaa ABUT dubarttoota 217 ol gudeeduun isaa qorannoon mirkanaa’uu…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Walloo Kibbaatti gareen shororkeessaa ABUT dubarttoota 217 ol gudeeduu isaa qorannoon mirkanaa’uu bulchiinsi godina Walloo Kibbaa beeksise.
Garichi…
Raayyaan Ittisa Biyyaa biyya diigamuurraa baraareera- Leetenaal Jeneraal Mahaammad Tasammaa
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa wareegama kaffaleen uummata balaarraa biyya ammoo diigamuurraa baraareera jedhan ajajaa olaanaan ajaja Bahaa Leetenaal Jeneraal…
Kutaan magaalaa Qiirqoos lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 12 ol…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Qiirqoos lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 fi kuma dhibba 7 …
Uummanni naannichaa qabsoo birmadummaa cinaatti misoomarratti hirmaannaa ho’aa taasisuu qaba-…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Uummanni Oromoo qabsoo birmadummaa cinaatti misoomarratti hirmaannaa ho’aa taasisuu qaba jedhan Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii obbo Roobaa Magarsaan jila…
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii Ityoophiyaa obbo Roobaa Magarsaan haala tajaajila daldala al ergii fi alaa galu…
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii obbo Roobaa Magarsaan jila…
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii Ityoophiyaa obbo Roobaa Magarsaan haala tajaajila daldala al ergii fi alaa galu…