Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii obbo Roobaa Magarsaan jila…
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Geejjiba Galaanaa fi Loojastiksii Ityoophiyaa obbo Roobaa Magarsaan haala tajaajila daldala al ergii fi alaa galu…
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Faraansay dhaabbilee garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an daawwatan
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Faraansay Reemii Maareeshoon dhaabbilee garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an Yuunvarsiitii Walloo fi Hospitaala…
Preezdaant Shimallis Proojektoota magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Proojektoota misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Eeruun kaadhimatoota komishinaroota komishinii maree biyyaalessaa har’a ni xumurama
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Eeruun kaadhimatoota komishinaroota komishinii maree biyyaalessaa har’a kan xumuramu ta’uu koreen eeruu fudhatu beeksise.
Uummanni kaadhimamtoota…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen sagantaa nyaataa addunyaatti daayreektara naannawaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen sagantaa nyaataa addunyaatti daayreektara naannawaa Mikaa’eel Joon…
Waliigalteen rakkoo gabaa indaastirii oomishaa furuu dandeessisu mallatteeffame
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Ministeerri Indaastirii dhaabbata dhuunfaa GTS jedhamu waliin waliigaltee rakkoo dhiyeessii galtee fi hanqina gabaa indaastirii oomishaa furuu…
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyaatti haala ho’aa ta’een kabajamee darbe- TKM
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa guutuu Ityoophiyaatti i haala ho’aan kabajamee darbuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Duudhaaleen amantaa, aadaa fi…
Naannoo Gaambeellatti duulli hojii misooma Sululaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti duulli hojii misooma Sululaa Godina Saba Maajangii aanaa Mangashiitti ifatti eegalameera.
Naannichatti bara kana…
Godina Gujii fi Boraanaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsi dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Mootummaan lammiilee Godina Gujii fi Boraanaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa dhiyeessaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoota Godina…
Qonna ammayyeessuun wabii nyaataa keenya mirkaneessuuf qofa osoo hin taane badhaadhina biyyaalessaa…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Qonna ammayyeessuun wabii nyaataa keenya mirkaneessuuf qofa osoo hin taane badhaadhina biyyaalessaa mirkaneessuudha jedhan sadarkaa Ittaanaa…