Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Gujii fi Boraanaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsi dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Mootummaan lammiilee Godina Gujii fi Boraanaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa dhiyeessaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoota Godina…
Qonna ammayyeessuun wabii nyaataa keenya mirkaneessuuf qofa osoo hin taane badhaadhina biyyaalessaa…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Qonna ammayyeessuun wabii nyaataa keenya mirkaneessuuf qofa osoo hin taane badhaadhina biyyaalessaa mirkaneessuudha jedhan sadarkaa Ittaanaa…
Mareen biyyaalessaa dhimmoota bu’uurarraatti waliigaltee biyyaalessaa uuma -Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa dhimmoota bu’uurarraatti waliigaltee biyyaalessaa kan uumu ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsaniiru.…
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Raawwiin hojii kurmaana 2ffaa qorachuu eegale
Finfinnee, Amajjii13, 2014 (FBC) - Raawwiin hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa kurmaana 2ffaa Adaamaatti qoratamuu eegaleera.
Raawwiin hojii…
Diyaaspooronni biyya alaa jiraatan deeggarsa Ityoophiyaaf taasisan cimsanii akka itti fufan waamichi…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraatan deeggarsa biyya isaaniif taasisan cimsanii akka itti fufan waamichi dhiyaate.…
Hidhattoonni gosa Muurlee Sudaan Kibbaa ka’uun daangaa ce’anii Gambeellaatti halleellaa…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Hidhattoonni gosa Muurlee Sudaan Kibbaa ka'uun daangaa ce’anii Gambeellaatti halleellaa raawwachuu Komishiniin Poolisii Gambeellaa beeksise.…
Naannoo Somaaleetti lammiilee sababa hongeen miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Naannoo Somaaleetti lammiilee sababa hongeen miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Naannooleen garaagaraa lammiilee…
Diyaaspooronni Fiinlaand jiraataan lammiilee buqqa’aniif miiliyoona 1 ol deeggarsa
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa fi Ityoophiyooninni Fiinlaand jiraataan lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaan irra ga’ee dandamachiisuuf deeggarsa…
Naannoo Somaaleetti hongee muudateef lammiilee miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu raawwatamaa…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Naannoo Somaaleetti hongee muudateef lammiilee miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu raawwatamaa jiraachuu ibameera.
Naannichatti hongee muudateen…
Magaaloonni Wucaalee fi Urgeessaa humna elektirikaa adda citee ture irra deebiin argatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Magaaloonni Wucaalee fi Urgeessaa sababa gareen shororkeessaa ABUT waraanaa baneen humna elektirikaa adda citee ture irra deebiin argachuusaanii Tajaajilli…