Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Jiddaatti lafa jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa 89 % ol sanyii uwwifame
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaatti lafa jallisii Boneen misoomsuuf karoorfame keessaa 89 % ol sanyii Qamadii fi Garbuu Biiraan uwwifamuu…
Kutaa magaalaa Boolee naannoo Atilaasitti balaan ibiddaa qaqqabee
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee naannoo Atilaasitti kuusaa fi mana jireenyaarratti balaan ibiddaa muudateera.
Balaan ibiddichaa mana amantaa…
Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 4ffaa guyyaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera.
1.Manni marichaa wixinee labsii ijaarsa,…
Magaalichatti Feestivaalli aadaa guyyoota sadiif turu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dilbataa dhufurraa eegalee Feestivaalli aadaa guyyoota sadiif turuu namoota kuma dhibba 3 ol hirmaachisu gaggeemuufi…
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, waliin jireenyaa fi misoomaaf tumsaan yeroon…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan, Sudaanii fi Gibtsi nageenya ummataa, Waliin jireenyaa, fi misoomaaf tumsaan yeroon hojjechuu qaban amma ta’uu Muummeen…
Yaa’iin Hoggantaa Afrikaa 35ffaan Finfinneetti gaggeeffamuun injifannoo olaanaa argameedha –…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota biyyoota miseensa Gamtaa Afriikaa magaalaa Finfinneetti akka gaggeefamuu murtaa’uun injifannoo guddaa gama dipploomaasiin argame…
Dhibee beelladarraa namatti darbuu ittisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Dhibee beelladarraa namatti darbuu ittisuuf Ministeerri Fayyaa fi Qonnaa waloon hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Sadarka addunyaatti yeroo 6ffaaf,…
Walga’iin Koree dhaabbii Ergamtoota Addaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan eegale
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree dhaabbii Ergamtoota Addaa Gamtaa Afrikaa 43ffaan har’a eegalameera.
Walga’ichi mata duree ‘sirna nyaataa Ardii Afrikaa…
Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Biirrii miiliyoona 15…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Biirrii miiliyoona 15 fi akaakuu Birrii miiliyoona 5…
Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artiisti gameessaa Oromoo Nuhoo Goobanaa raawwateera.
Sirnicharrattis hoggantoonni hojii mootummaa Oromiyaa, ogeeyyiin…