Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwaalchaa Artiist Nuhoo Goobanaa raawwate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artiisti gameessaa Oromoo Nuhoo Goobanaa raawwateera.
Sirnicharrattis hoggantoonni hojii mootummaa Oromiyaa, ogeeyyiin…
Gamtaan Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa Ityoophiyaan tumsituu oolaantuu daldalaa keenyaati…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Gamtaa Qabeenya Diinagdee Awurooppaa fi Eeshiyaa fi Ityoophiyaan bara Faranjootaa 2022 karoora tumsa isaanii caalmaan guddisuuf dandeessisuurratti…
Obbo Iristuu Yirdaaw Jigjigaa galan
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galan.
Jilli obbo Iristuun durfamu kun…
Fuula Fees Buukii Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetii rakkoon teeknikaa muudate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Waaltaa Miidiyaa fi Kominikeeshiin Korporeetiin Fuula Fees Buukii seera qabeessa isaa rakkoon teeknikaa muudachuu beeksiise.
Waaltaa…
Humni Waloo Nageenyaa Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan xumuramuu ibse
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Humni Waloo Nageenyaa FDRI Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan xumuramuu beeksiseera.
Qindoominni abbootii amantaa, dargaggootaa,qaamolee nageenyaa fi koree…
Aadde Caaltuu Saanii boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Artistii fi qabsa'aan Nuhoo Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqachusaatti gaddi itti dhagahamuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uura Misooma Aadde…
Mootummaan naannoo Oromiyaa boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibse
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa boqachuu Artiist jaalatamaa fi beekkamaa Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga'amuu ibseera.
Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa…
Aadde Adaanach qaamolee Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamu ga’ee isaanii ba’an…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaamolee Ayyaanni Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegee fi karaa nagaan akka kabajamu ga'ee isaanii…
Preezdaantiin Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin durfamu Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwateera.
Daawwannaa kanarratti Preezdaantii naannoo…
MM Abiy Ahimad Hospitaala Waliigalaa Adamaatti argamuun Doorktara Kabajaa Artiist Alii Birraa…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaa Hospitaala Waliigalaa Adaamaatti argamuun…