Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ergaa baga Ayyaana Cuuphaan isin ga'e dabarsan.
Preezdaantii Saahilawarqi karaa fuula Tiwiiterii isaanii…
Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo’aa ta’een kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo'aa ta'een kabajameera.
Ayyaana cuuphaa irraatti erga kan dabarsaan hojii gaggeessa kutaa lallaabaa…
Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti ayyaanni cuuphaa sirna ho’aan kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti ayyaanni cuuphaa sirna ho'aan kabajameera.
Bulchinsa magaalichatti jala bultii ayyaana kataraa irraa kaasee ayyaanni…
Qabeenya Aadaa fi Amantaalee waan gaariif oolchutu barbaachisa – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Qabeenya Aadaa fi Amantaalee biyya keenyatti argaman waan gaariif oolchuun barbaachisaa ta'uu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa…
Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee boqachuu Artiist Nuhoo Goobanaaf gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.
Boqochuu Artistii jaalatamaa fi…
Preezdaantiin SomaaleeLaandi Museebiihiin Abdiin Magaalaa Hawaasaa galan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii SomaaleeLaandi Museebiihiin Abdiin durfamu Magaalaa Hawaasaa galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Hawaasaa ga'u Preezdaantii…
Cuuphaa Goondaritti kabajuun gammachuu fi miira addaa qaba – Dooktar Yiliqaal
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Cuuphaa Goondaritti kabajuun gammachuu fi miira addaa qabaachuu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan ibsaniiru.
Ayyaannicha…
Sirni Cuuphaa Hurufa Boombiitti
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombitti sirna Cuuphaa haala hoo'aa ta'een gaggeeffameera.
Sirni Cuuphaa kun akkaataa barsiifata Amantaa Kiristiyaanaa…
Qabsaa’aafi Artistiin Nuhoo Goobanaa boqate
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Artistiin gameessi beekamaafi Jaallatamaan Nuhoo Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqateera.
Nuhoon qabsoo guddina aartiifi Afaan Oromoof taasise…
Aadde Adaanach Abeebee magaalaa Goondar galan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Cuuphaa kabajuuf halkan edaa magaalaa Goondar galaniiru.
Aadde Adaanach haaluma kanaan dura…