Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo ‘aa ta’een…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii hunda biratti sirna hoo 'aa ta'een kabajamuu ibsameera.
Ayyaannichi Magaalaa Finfinnee…
Korechi hordoffii fi to’annoo dirreetti taasisan keessaa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa hordoffii fi to'annoo dirreetti taasisan keessaa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadu jedhee adda baase bakka hooggansi…
Ityoophiyaan Eemireetota Araba Gamtoomaniitti haleellaa gareen shororkeessaa lammiilee nagaarratti…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Eemireetota Araba Gamtoomaniitti haleellaa garee shororkeessaan lammiilee nagaarratti raawwatame balaaleffachuu ibsame.
Gochi garee…
Oromiyaatti Oomishtummaa fi qulqullina bunaa dabaluuf hojiin buna dulloome gamashuu fi buqqisuun…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Oromiyaatti oomishtummaa fi qulqullina bunaa dabaluuf hojiin buna dulloome gamashuu fi buqqisuun sanyii bunaa filatamaan bakka buusuu eegalamuu Biiroon…
Yaa’ii hoggantoota Afrikaa tajaajila haala kanaan duraarra adda ta’een keessumeessuun…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Yaa’ii hoggantoota Afrikaa tajaajila haala kanaan duraarra adda ta’een keessumeessuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa …
Ayyaanni kataraa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ayyaanni kataraa guyyaa har’aa hordoftoota amantaa Kiristaanaa Tawaahidoon guutummaa biyyaattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira.
Magaalaa…
Preezdaantonnii fi mootummoonni naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Preezdaantonnii fi mootummoonni naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…
Agarsiisni gulufsiisa fardeen Salaalee gara hawwata Tuuriziimiitti guddachuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Agarsiisni gulufsiisa fardeen Salaalee gara hawwata Tuuriziimiitti guddachuu akka qabu ibsameera.
Yuunvarsiitiin salaalee beekumsa dhuudhaa hawaasa…
Paarkiin Indaastirii Kombochaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’ee ture hojii eegale
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Kombochaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhaa fi saamichi irra ga’ee ture deeggarsa deebisanii dhaabuu hojjetameen gara hojiitti…
Oladeemtuu Miseensota garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedamteef manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee oladeemtuu Miseensonni garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedan Ikraam Yaasiniif mana jireenyaa fi Birrii miiliyoonni 1…