Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oladeemtuu Miseensota garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedamteef manni jireenyaa kenname
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee oladeemtuu Miseensonni garee shorokeessaa ABUTiin gareen gudeedan Ikraam Yaasiniif mana jireenyaa fi Birrii miiliyoonni 1…
Siimpooziyeemiin hariiroo Chaayinaa-Afrikaa cimsu Imbaasii Ityoophiyaa Beejing jirutti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Siimpooziyeemiin hariiroo Chaayinaa-Afrikaa cimsu Imbaasii Ityoophiyaa Beejing jirutti gaggeeffamuu ibsame.
Siimpooziyeemichi qindoomina garee…
Ministeeronni lameen manneen kutaalee hawaasaa deeggarsa barbaadaniif ijaarsisan dabarsanii laatan
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa manneen magaala Finfinnee fi magaalota naannoo Amaaraatti kutaalee hawaasaa deeggarsa…
Tokkoon keenya isa biraatiif gufuu osoo hin taane daandii milkaa’inaa ta’uu qabna-Preezdaant…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hordoftoota amantaa Kiristaanaa hundaaf baga Ayyaana Cuuphaa bara 2014tiin nagaan geessan jedhaniiru.
Guutuun…
Manni Maree Daldalaa fi waldaaleen damichaa diyaaspooraa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Manni Maree Daldalaa fi waldaaleen damichaa diyaaspooraa dhalattoota Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoota waliin waloon hojjechuuf mari’ataa jiru.…
Preezdaant Shimallis Abdiisaa sagantaa tajaajila lammuummaatin hawaasa hojii misoomaarratti hirmaate…
\Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaa sagantaa tajaajila lammuummaatin hawaasa hojii misoomaarratti hirmaate dinqisifataniiru.…
Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaatiif Walitti qabaa boordii fi Preezdaantii haaraan muudaman
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaatiif Walitti qabaa boordii fi Preezdaantii haaraan muudamuu ibsame.
Yuunvarsiitichi Akkaadamii Hooggansa Naannoo…
Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa gamaaggamaa raawwii hojii gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti raawwii hojii gamaaggamaa jira.…
Aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessanii…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessanii dabarsaniiru.
Aadde…
Ayyaanni Kataraa guyyaa har’a ni kabajama
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Ayyaanni Kataraa guutuu Ityoophiyaatti hordooftoota amantaa kiristaanaatin guyyaa har’aa ni kabajama.
Ayyaanni Cuuphaa addunyaan Ityoophiyaa caalmaatti…