Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Kataraa guyyaa har’a ni kabajama
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Ayyaanni Kataraa guutuu Ityoophiyaatti hordooftoota amantaa kiristaanaatin guyyaa har’aa ni kabajama.
Ayyaanni Cuuphaa addunyaan Ityoophiyaa caalmaatti…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Seenaa…
Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisui haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda’uun ni hojjetamu…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisii bona kana gaggeeffamu haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda'uun hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee Mikaa'eel boqotaniiru.
Abunee Mikaa'eel dhibee…
Godina Gujiitti Gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6, Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Godina Gujiitti gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6 Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18 hirmaachise Bulchiinsa Magaala Nageelleetti eegaleera.…
Gamoo Bulchiinsa Magaalaa, seensaa fi bahinsa magaalaa Amboo ibsu Birrii Miiliyoona dhibbi 2 fi…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gamoon Bulchiinsa Magaalaa, seensaa fi bahinsa magaalaa Amboo ibsu waliigalaan Birrii Miiliyoona dhibbi 2 fi miiliyoona 23 oliin ijaaruuf bakka hoggansi…
Ayyaannichi bifa duudhaalee nageenyaa fi waliin jireenyaa eegeen akka kabajamu Yaa’iin…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Ayyaanoonni hundi bifa duudhaalee nageenyaa fi waliin jireenyaa eegeen akka kabajamu Yaa'iin Dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waamicha dhiyeessera.…
Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamanii fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaa, Humni Addaa fi Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamanii fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 8.9…
Damee nageenya saayibariin haala diyaaspooraa waliin hojjechuun danda’amurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)- Damee nageenya saayibariin haala diyaaspooraa waliin hojjechuun danda’amurratti waltajjiin marii gaggeeffame.
Ejensiin Nageenya Odeeffannoo mata duree “…
Galteewwan ijaarsaa alaa galan biyya keessatti oomishuuf ni hojjenna- Injinar Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)- Galteewwan ijaarsaa alaa galan biyya keessatti oomishuuf kan hojjetan ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa ibsan.
Jilli Injinar…