Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wayita ayyaana Cuuphaatti balaan elektirikaa akka hin muudanneef of eeggannoon taasifamuu akka qabu…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)- Kabaja ayyaana Cuuphaan walqabsiisee balaan elektirikaa akka hin muudanneef of eeggannoon taasifamuu akka qabu Tajaajilli Humna Elektirikaa yaadachiiseera.…
Sagantaan irbaataa fi galii walitti qabuu qaama duula gara biyyaa ta’e gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Sagantaan irbaataa fi galii walitti qabuu qaama duula gara biyyaa ta’e kaleessaa masaraa mootummaatti gaggeeffameera.
Muummen Ministiraa FDRI Abiy…
Qabiinsa odeeffannoo ammayyeessuun alseerummaa ittisuun barbaachisadha- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Qabiinsa odeeffannoo ammayyeessuun alseerummaa ittisuun barbaachisaa ta’uu kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsan.
Sagantaan…
Misooma beelladaarraa fayyadamummaa qonnaan bulaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoodhaan hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Misooma beelladaarraa fayyadamummaa qonnaan bulaa fi horsiise bulaa mirkaneessuuf dhibeewwan beelladoota mudataniif talaallii hatattamaa kennuun…
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti rakkoo nageenyaa tokko malee akka kabajamu qophii ga’aan…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti rakkoo nageenyaa tokko malee akka kabajamu qophiin xumuramuun hojii qabatamaatti galamuu Humni Nageenya…
Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9 ol taasise
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo Yuunvarsiitii Waldiyaaf deeggarsa deebisanii dhaabuuf oolu Birrii miiliyoona 9 ol taasise.
Yuunvarsiiticha yeroo…
Yakkoonni fi sarbamni mirga namoomaa wayita walitti bu’iinsaa raawwatan sirnaan ilaallamuu akka…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Yakkoonni fi sarbamni mirga namoomaa wayita walitti bu’iinsaa raawwatan sirna haqaa idilee dabalataan sirna ce’umsaan haqaan mirkanaa’uu akka…
Naannoon Hararii lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichhi itti aantuu Preezdaantii naannichaa…
Magaalaa Tooltaatti balaa Ibiddaa muudateen lubbuu nama tokkoo yoo darbu, manneen jireenyaa 12 irra…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Godina Oomoo Kibbaa Magaalaa Tooltaatti balaa Ibiddaa muudateen lubbuu nama tokkoo yoo darbu, manneen jireenyaa 12 irra miidhaan qaqqabuu Poolisiin…
Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga’aan…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finifinnee beeksiiseera.…