Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga’aan…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finifinnee beeksiiseera.…
Harargee Lixaa Aanaalee Mi’eessoo fi Gumbii Bordoddeetti Harka qalleeyyiif deeggarsa taasifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Harargee Lixaa Aanaalee Mi'eessoo fi Gumbii Bordoddeetti Harka qalleeyyiif deeggarsi akaakuu Birri Miiliyoona1 olitti tilmaamamu taasifameera.
Godina…
Lammiilee Naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsi Doolaara Kaanaadaa kuma 88 taasiifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Neetworkiin Ityoo - Kaanaadaa deeggarsa hawaasummaa Lammiilee Naannoo Afaarii sababa weerara ABUTtiin qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsi…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.
Bulchiinsi magaalichaa…
Bulchiisni Magaalaa Jimmaa namoota Mana Jireenyaa hin qabneef 629f lafa Mana Jireenyaa laate
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Bulchiisni Magaalaa Jimmaa namoota Mana Jireenyaa hin qabne waldaalee 28 jalatti ijaaraman 629f lafa Mana Jireenyaa laateera.
Itti Gaafatamaa Waajjira…
Koreen dhaabbii Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Jiraattoota Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Jilli Itti Aantuu walitti qabduu koree dhaabbii Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Injiinar Nabiilaa Oliitiin durfamu Jiraattoota Godina Harargee Bahaa…
Yeroo kanatti yaa’ii Gamtaa Afrikaa gaggeessuun carraa guddaadha – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Yeroo kanatti yaa'ii Gamtaa Afrikaa gaggeessuun Ityoophiyaafis ta'ee Finfinneef carraa guddaa ta'uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee…
Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Saba Geede’oo ‘Daraaroo’n Yuuniskootti hambaa kiliyaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Saba Geede’oo Daraaroon hambaa kiliyaa ta'ee Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Addunyaatti akka galmaa'uu qorannoon…
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota miseensa gamtaa Afrikaa galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 8 , 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota miseensa gamtaa Afrikaa Yaa'iin gamtichaa Finfinneetti akka gaggeeffamuu walii galuu isaanii…
Abbootiin Gadaa, Jaarsoliin biyyaa fi haadholiin siinqee guutuu biyyattiirraa walitti…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) -Abbootiin Gadaa, Jaarsoliin biyyaa fi haadholiin Siinqee guutuu biyyattiirraa walitti babba'aan haala waqtaaratti mari'achuun ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6…