Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Jastiin Truudoo waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoo waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Dhimmoota waqtaawaa fi naannawaarratti…
Magaalaa Adaamaatti Diyaaspoorotaaf sagantaan baga nagaan dhuftanii fi galateeffannaa qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Diyaaspoorotaaf sagantaan baga nagaan dhuftanii fi galateeffannaa qophaa’eera.
Saganticharratti Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo…
Magaalonni Dasee hanga Waldiyaa jiran tajaajila humna elektirikaa argatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Suphaan bu’uuraalee misoomaa elektirikaa miidhan irra ga’ee ture xumuramuun magaalonni Dasee hanga Waldiyaa jiran tajaajila humna elektirikaa argachuu…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu godina Walloo Kibbaatti miidhaa garee shororkeessaa ABUTiin…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu godina Walloo Kibbaatti miidhaa garee shororkeessaa ABUTiin qaqqabe daawwateera.…
Diyaaspooronni Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Lammiileen diyaaspooraa waamicha Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fudhachuun gara biyya galan paarkii Industirii Adaamaa daawwataniiru.
Paarkiin…
Diyaaspooronni biyyoota garaagaraarraa dhufan lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 14 ol …
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Diyaaspooronni Kaaliifoorniyaa, Jarmanii fi Turkiirraa dhufan lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 14 fi kuma dhibba 3 ol…
Lammiileen odeeffannoowwan qoqqoodiinsaa fi sobaarraa of eeguu qabu- Dooktar Biqilaa Hurriisaa
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Lammiileen odeeffannoowwan qoqqoodiinsaa fi sobaarraa of eeguun Ityoophiyaa ijaaruu akka qaban Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan giddugala…
Ministeerri Albuudaa Biirolee Albuudaa naannolee waliin raawwii hojii baatiiwwan 6 darbanii…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Ministeerri Albuudaa Biirolee Albuudaa naannolee waliin raawwii hojii damechaa baatiiwwan 6 darbanii gamaggameera.
Gamaggamichaan albuuda garaagaraa…
Miseensonni diyaaspoora godiina Shawaa Bahaatti misooma qamadii jallisii daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Miseensonni diyaaspoora godiina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti misooma qamadii jallisii Wanjii daawwachaa jiru.
Daawwanicharratti Ittaanaan Biiroo Qonnaa…
Komishinichi sosochii walitti bu’iinsa hiikuu fi tasgabbeessuu eegaluu ibse
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Komishiniin Araaraa fi Nageenyaa sosochii walitti bu’iinsa hiikuu fi tasgabbeessuu eegaluu ibse.
Komishinichi waggoottan sadan darbanitti walitti…