Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ga’een diyaaspooraa cimee itti fufuu qaba- Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Ga’een diyaaspooraa garee shororkeessaan ABUT yaaddoo ta’uu hanga hin dandeenyetti cimee itti fufuu akka qabu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…
Godinni Guraagee lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deggarsa mukaa konkolaataa 45…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Naannoo uummattoota Kibbaatti kutaaleen magaalaa fi aanaaleen godina Guraagee lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deggarsa mukaa ijaarsa…
Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota dame barnootaa saayinsii fayyaa fi Veetarnariin barsiisaa ture…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Wallaggaa Barattoota Inistiitiyuutii Saayinsii Fayyaa, Veetarnarii Meedisinii fi sagantaa digirii 2ffaa fi 3ffaan barssisaa ture barattoota…
Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun hojiin qulqullinaa Istaadiyoomii Abbabaa Biqilaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun hojiin qulqullinaa hoggantootaa kutaa magaalichaa fi hawaasa hirmaachise…
Tarkaanfiin fudhatame kutannoo mootummaan marii biyyaalessaa hunda hammataa gochuuf qabu akeeka –…
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Tarkaanfiin fudhatame kutannoo mootummaan marii biyyaalessaa hunda hammataa gochuuf qabu kan akeeku ta’uu Paartiileen morkattootaa ibsan.
Tokkummaa…
Magaalaa Dirre Dawaatti miseensonni shanee fi meeshaaleen waraanaa garaagaraa to’ataman
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Magaalaa Dirre Dawaatti miseensonni shanee fi meeshaaleen waraanaa garaagaraa gochaa shororkeessummaa raawwaachuuf socha'aa turan to'atamuu Ajajni labsii…
Boba’aan karaa seeraa alaa Jigjigaa karaa Somaalee Laandii ba’uuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Boba'aan karaa seeraan alaa naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaan gara Somaalee Laandii ba'uuf ture liitirri kumni 2 fi 820 to'atamuu Biiroon Daldalaa fi…
Ayyaana Cuuphaa Gondaritti kabajuf hojiin duraa xumuramu Ministeerri Turiizimii beeksise
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Ayyaana Cuuphaa Gondaritti diyaaspooraa waliin kabajuf hojiin duraa xumuramu Ministeerri Turiizimii beeksiseera.
Ministir deetaan Ministeera…
Qaamoleen garagaraa lammiilee naannoo Affaaritti waraanaan miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Qaamoleen garagaraa lammiilee naannoo Affaaritti waraanaa miidhamaniif deeggarsa taasisaaniiru.
Ityoophiyaanoonni Swiizaarlaand jiraataanii fi…
Humni qilleensicha ergama biyyoolessaa ba’uun cinaatti gurmaa’insa dhaabbatichaa ammayyeessuurratti…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)-Humni Qilleensaa Itoophiyaa ergama biyyaalessaa bahuun cinaatti gurmaa’insa dhaabbatichaa ammayyeessuu irratti argama jedhan Ajajaa Ittaanaa Loojistikii…