Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Injinar Yewahaalaasheet Jammaree Daayrektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa taasisuun muudaniiru.…
Uummanni keenya madda gootummaa keenyaati- Jeneraal Baacaa Dabalee
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Uummanni keenya madda gootummaa keenyaati jedhan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti qindeessaa olaanaan hojiilee ijaarsa raayyaa Jeneraal Baacaa Dabaleen.…
Jiraattonni godina Geede’oo lammiilee godina Booranaa Hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jiraattonni godina Geede’oo lammiilee godina Booranaa Hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii Miiliyoona 6 fi kuma dhibba 2tti tilmaamamu taasisan.…
Badhaasni dorggommii kalaqa daldalaa “Biruuhi” gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Waamicha biyyaalessaa Ministeera Hojii fi Kalaqaa taasisee tureen dorgommii fi leenjiin kalaqa daldalaa gaggeeffamaa ture xumuramuu ibsameera.
Yaadota…
Manni Murtichaa nama dhuunfa haadha warraa isaa haala sukkanneessaan ajjeese du’aan akka adamuuf…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)-Manni Murtii olaanaa godina Arsii nama dhuunfa haadha warraa isaa haala sukkanneessaan ajjeese du’aan akka adamuuf murtoo dabarseera.
Jiraata godinichaa…
Hojii misooma Sululaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 2.5 misoomsuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Hojii misooma Sululaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 2.5 ol misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Bara…
Ministeerichi lammiilee naannoo Amaaratti miidhamaniif deeggarsa Birri miiliyoona 150 taasiise
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa lammiilee naannoo Amaaratti miidhamaniif deeggarsa Birri miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50…
Jilli Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise.…
Bulchiinsi magaalichaa naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa meeshaalee fi nyaataa Birrii miiliyoona 100tti tilmaamamu…
Hawaasa hongeen miidhamaniif deebii hatattamaa laachuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Kutaalee hawaasa sababa hongeen miidhamaniif deebii hatattamaa laachuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…