Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Amantaa Ortodooksi Tawaayidoo Ityoophiyaa horsiisee bultoota Booranaa hongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Manni Amantaa Ortodooksi Tawaayidoo Ityoophiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Sababa roobni Gammoojjii…
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Jigjigaa galan
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamuu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa…
Diyaaspooraan carraa invastimantii bal’aa jirutti fayyadamuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan carraa invastimantii bal’aa jirutti fayyadamuu akka qabu Ministirri Ministeera Indaastirii Malaakuu Allabal ibsan.
Ministeerri…
Mariin biyyaalessaa yaadota walfaalleessan walitti dhiyeessuuf ni gargaara – Proofeesar…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Mariin biyyaalessaa ni gaggeeffama jedhame eeggamu yaadota walfaalleessan walitti dhiyeessuuf ni gargaaraa jedhan Dura Taa’aan Paartii Sooshaal…
Yuunvarsiitii Mattuu manneen barnoota sadarkaa 2ffaa godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Mattuu manneen barnoota sadarkaa 2ffaa Godinaale Iluu Abbaa Boorii fi Buunnoo Beedellee keessatti wiirtuu Saayinsiifi Teekinooloojii…
Jilli Preezdaant Iristuu Yirdaawuun durfamu ooyiruu qamadii jallisii daawwate
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Iristuu Yirdaawuun durfamu godiinota Gaamoo fi Walaayittaatti ooyiruu qamadii jallisii daawwateera.…
Hawaasni godina Geedi’oo loon horsiisee bultoota Booranaa ofiitti fudhachuun gara iddoo marga…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Hawaasni naannoo Kibbaa godina Geedi’oo aanaa Gadab hongee godina Booranaatti muudatee hordofee loon gara ofiitti fudhachuun gara iddoo marga bal’aatti akka…
Dooktar Teediroos Adihaanoom loogii siyaasaa hojjetaa jiran dhaabbatichi akka qoratu Ityoophiyaan…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Daayreektarri olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom miseensa garee Shororkeessaa ABUT ta'uun adeemsaa fi hojmaata dhaabatichaan…
Ministeerrichi Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisee…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisee Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa gamtichaa…
Hongee naannoo Oromiyaa fi Somaalee muudaate dandamachuuf boollawwan bishaanii gadi fagoon qotamaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Hongee naannoo Oromiyaa fi Somaalee muudaate dandamachuuf hojiin boollawwan bishaanii gadi fagoo qotuu gaggaaffamaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…