Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Fannoo Diimaa Idil Addunyaa fi FedereeshiniinUrjii Diimaa Ityoophiyaatti damee fayyaaf…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Fannoo Diimaa Idil Addunyaa fi FedereeshiniinUrjii Diimaa Ityoophiyaatti damee fayyaaf deeggarsa taasisuuf waadaa seenuu ibsame.…
Fooramiin Investimentii Oromiyaa diyaaspoorota hirmaachise ta’ameera
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fooramiin Investimentii Oromiyaa diyaaspoorota waamicha Muummee Ministeraa Abiy Ahimad fudhachuun gara biyya galan hirmaachise ta'ameera.
Sirni simannaa…
Hoggantoonni Olaanoo Naannoo Somaalee haala yeroorratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoo Naannoo Somaalee haala yeroo Siyaasaa, Nageenyaa fi Hongeerratti mari’ataniiru.
Hoggansi naannichaa haala siyaasa naannoo fi…
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Dhaabbata Godaansaa Idil Addunyaarraa deeggarsa argate
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Dhaabbata Godaansaa Idil Addunyaa(IOM) irraa deeggarsa argaachuu ibsame.
IOM hojii Tajaajilli Immigireeshinii fi…
Fiilmiin jalqabaa Ityoophiyaa ”Hiruut Abbaatuwaa maannew?” jedhu eebbifame
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiilmiin jalqabaa Itiyoophiyaa bara 1957’tti hojjatame ''Hiruut Abbaatuwaa maannew?'' jedhu bakka hoggantootni olaanoo mootummaa argamanitti hoteela…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu godina Addaa saba Oromoo miidhaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu naannoo Amaaraa godina Addaa saba Oromootti miidhaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi…
Guyyaan eeruu kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii waliigaltee biyyaalessaa hanga Amajjii 13,…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaan eeruu kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii waliigaltee biyyaalessaa hanga Amajjii 13, 2014tti dheereffamuu…
Jilli obbo Awwaluu Abdiin durfamu ijaarsa daandii aspaaltii proojektii Haroo Dandii fi Haroo Wancii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Jilli itti aanaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin durfamu ijaarsa daandii aspaaltii projektiin ‘Eco-tourism’ Haroo Dandii fi…
Diyaaspooroonni Paarkiiwwan Boolee Lammii fi Qiliinxoo daawwataa jiru
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Diyaaspooroonni Paarkiiwwan Boolee Lammii fi Qiliinxoo akkasumas Paarkii IST daawwataa jiru.
Sagantaan daawwannichaatin diyaaspooraawwan Ityoophiyaa…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaatti hojii misooma sululaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaatti …