Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad hoggantoota Abbaa Taayitaa Siiviil Aveeyishinii Ityoophiyaaf muudama haaraa laatan
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad Obbo Geetachoo Mangistee Daayreektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Siiviil Aveeyishinii godhuun muudaniiru.
Akkasumas obbo…
Godina Arsii Aanaa Xiyootti ga’eessonni barnoota al idilee hordofaa turan eebbifaman
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Xiyootti ga’eessonni barnoota al idilee hordofaa turan eebbifamaniiru.
Sirnicharratti kan argaman itti gaafatamaan waajjira barnootaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet dhimma haala yeroo biyyaalessaarratti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet haala dhimmoota yeroo biyyaalessaa ilaalchisuun “ Injifannoo waaraan gara badhaadhinaa,…
Jilli obbo Awwaluu Abdiitin durfamu godina Shawaa Lixaa aanaa Haroo Danditti hojii misooma sululaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)-Jilli itti aanaa preezdaantii naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiitin durfamu godina Shawaa Lixaa aanaa Haroo Dandiitti hojii misooma sululaa bara 2014…
Jilli obbo Abdurrahmaan Abdallaatin durfamu aanaa Geeraatti Qamadii kilaasteran misoomaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)-Jilli Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaa kilaastera misooma baadiyyaa obbo Abdurrahmaan Abdallaatin durfamu godina Jimmaa aanaa Geeraatti Qamadii…
Jilli obbo Abdulhaakim Muluun durfamu godina Harargee Lixaatti hojii misooma sululaa jalqabsiise
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Oromiyaa Obbo Abdulhakim Muluun durfamu godina Harargee Lixaa aanaa Xuulloo gaara…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Noorweey Aniikan Huuyitfeeldit…
Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa uummata Tigiraayiif akka hin dhiyaanne gufuu ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa uummata Tigiraayiif akka hin dhiyaanne gufuu ta’uu mootummaan beeksise.
Garee shororkeessaan ABUT maqaa…
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiin misooma sululaa bara kana eegale
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojiin duula misooma sululaa kan bara 2014 eegaluu Waajjirri Qonnaaf Qabeenya Uumamaa Godinichaa beeksise.
Itti…
Magaalaa Axaayyeetti manneen jireenyaa garee shororkeessitoota Shanee fi ABUT’iin barbada’aan…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Magaalaa Axaayyeetti manneen jireenyaa garee shororkeessitoota Shanee fi ABUT’iin barbada’aan ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’ameera.
Dhaabbanni tola…