Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan qaama miidhamtoota magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Guyyaan qaama Miidhamtoota magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.
Ayyaanichi akka addunyaatti 30ffaa biyyoolessaatti yeroo 29ffaaf sadarkaa naannoo…
Godina Addaatti rakkoo bishaan dhugaatii furuuf proojektoonni 32 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti rakkoo bishaan dhugaatii furuuf proojektonni Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 56 oliin hojjetamaa jiru.…
Naannoo Oromiyaatti hojiin misooma sululaa bara 2014 eegale
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Arsii Lixaatti hojiiwwan misooma sululaa bara 2014 guyyaa har'aa aanaa Siraaroo Ganda Sheelloo Abbooreetti eegalee jira.
Itti…
Ministeerri Albuudaa dhaabbilee dhagaa cilee baasaan 8 waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Ministeerri Albuudaa dhaabbilee dhagaa cilee baasaan 8 waliin waliigaltee mallatteessaniiru.
Dhaabbileen kunneen dandeetti guutuun gara hojiitti wayita…
MM Abiy mariin bilbilaa preezdant Baayidaan waliin taasisaaniin damee dippiloomaasiitin fooyya’insii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad mariin bilbilaa preezdantii Ameerikaa Joo Baayidaan waliin taasisaaniin damee dippiloomaasiitin fooyya’insii jiraachuun…
Jilli obbo Abdurramaan Abdallaatin durfamu godina Jimmaatti hojii misooma Sululaa guyyoota 60’f turu…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Jilli sadarkaa Preezdaantii itti aanaatti qindeessaa kilaasteera baadiyyaa obbo Abdurramaan Abdallaatin durfamu godina Jimmaatti hojii misooma Sululaa…
Ityoophiyaa miseensa daldalaa dhaabbata addunyaa taasisuuf mariin itti fufeera
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan miseensa daldalaa dhaabbata addunyaa taasisuuf marii taasisaa jirti.
Sirna daldalaa addunyaa hogganaa kan jiru dhaabbanni daldalaa addunyaa…
Waamichi Diyaaspooraa gara biyyaa kaayyoo isaa milkeessaa jira – Ejansii Diyaaspooraa
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Waamichi Diyaaspooraa gara biyyaa kaayyoo isaa milkeessaa jiraachuu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiise.
Imalli Hawaasni…
Ambootti Abbootiin Gadaa fi Jaarsoliin Biyyaa Miseensoonni Shanee karaan nagaan harka akka laatan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Ambootti Abbootiin Gadaa fi Jaarsoliin Biyyaa Miseensoonni Shanee meeshaa hidhachuun bosona aanaalee Godina Shawaa Lixaa keessa socho’an karaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira olaanaa Paartii Badhaadhinaa marii gaggeessaa turan xumuran
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira olaanaa Paartii Badhaadhinaa dhimmoota haala yeroorratti marii gaggeessaa turan xumuraniiru.
Injifannoo…