Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Shimallis Abdiisaan hawaasni hundi hojii misooma sululaarratti akka hirmaatu waamicha…
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hawaasni hundi hojii misooma sululaa guyyaa boruu eegalamurratti…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa guyyaa boruutti sagantaa simannaa diyaaspoorotaaf qopheessuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa guyyaa boruu Magaalaa Finfinnee Hootela 'Hayat Regency tti' lammiilee diyaasporaa gara biyyaatti dhufaniif sagantaa simannaa…
Sosochiin dubbisaa sadarkaa Oromiyaatti guyyaa har’aa ifaan eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Sosochiin dubbisaa Qindeessummaa Biiroo Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaatiin guyyaa har’aa guutuu Oromiyaatti ifaan eegalameera.
Amajjii 04…
Obbo Musxafeen bakka buutoota Yuuniiseef waliin hongee naannicha muudateratti mari’atan
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad hongee naannicha muudate ilaalchisee bakka buutoota Yuuniiseef waliin mari’ataniiru.…
Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegaluu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojestiksii Ityoophiyaa beeksiise.…
Waliigalteen nageenyaa fi duudhaa walkabajuu naannichatti babal’isuu danda’u mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Gumiin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Dhaabbilee Amantaa Keeniyaa waliin Waliigaltee nageenyaa fi duudhaa walkabajuu naannichatti babal’isuuf…
Rakkoolee Ityoophiyaa hundeerraa furuuf himata hidhamtoota adda kutuun barbaachisaa ta’eera –…
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Rakkoolee Ityoophiyaa hundeerraa furuuf himata hidhamtoota adda kutuun barbaachisaa ta’ee argamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Magaaloota sababa waraanaan barbadaa’aan deebisanii dhaabuuf Sagantaan marii tumsa obbolummaa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Ministeerri Magaalaa fi Misooma Bu'uuraa,Magaaloota weerara garee shororkeessaa ABUT'n Manca'an deebisanii ijaaruu fi hawaasa miidhaaf Saaxilame…
Jiraatoonni aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Jiraatoonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa humna badii Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan tajaajila Mootummaa irraa…
Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa ni eegalama
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa mata duree ‘Oromiyaa qabeenya uumamaan badhaate dhaloota yaa dhaalchifnu’ jedhuun ni eegalama jedhame.…