Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Akaaqii Qaallittiitti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ameera.
Ijaarramuun manneen…
Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har’aa guyyaa dubbisaa ta’ee oola
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har'aa (Amajjii 04/2014) guyyaa dubbisaa ta’ee kan oolu ta’uu ibsame.
"Dubbisuun aadaa keenya haata'u, " mata duree…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Somaaleetti lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Somaaleetti lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiisuu ibsameera.
Jilli Kaantibaa…
Fedhiin fe’umsaa dabalaa dhufuu hordofee bu’aan daandii Qilleensaa Ityoophiyaa argatuu dabaluun itti…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaatiin fedhiin fe’umsaa dabalaa dhufuu hordofee bu’aan daandii Qilleensaa Ityoophiyaa argatuu dabaluun itti fufuusaa Hojii…
Obbo Musxafee Mahaammad Maarshaalii Fiildii Birihaanuu Juulaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Maarshaalii Fiildii Birihaanuu Juulaa waliin mari’ataniiru.
Obbo Musxafee Mahaammadii fi…
Biyyaatti rakkoolee walxaxaan mudataanis daandeetti ga’aa kan qabdu ta’uusheen dargaggoof carraa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Biyya keenya rakkoolee walxaxaan mudataanis daandeetti ga’aa kan qabdu ta’uusheen magaalootarratti carraawwan fayyadamnee dargaggootaaf carraa hojii uumuu…
Oomisha Sibiilaa alaa galu kan biyya keessan bakka buusuuf Proojektiin waggaa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Oomisha Sibiilaa alaa galu kan biyya keessan guutumaa guutuutti bakka buusuuf Proojektiin waggaa sadii kaa’amuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa adeemsa galmeewwan himanni adda cite sadirratti ibsa laate
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa sirna adeemsa galmeewwan himanni adda cite sadirratti ibsa laateera.
Abbaan Alangaa gaafa guyyaa 28, 4, 2014 himanni…
Waltajjiin Konfiraansii nageenyaa fi hariiroo naannoo Affaaritti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Naannoo Affaar godina 5 aanaa Samuu Roobii fi naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Qawaatitti waltajjiin Konfiraansii nageenyaa fi hariiroo naannoo…
Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hoggantoota Biiroo naannolee hundaa waliin marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii hoggantootaa fi ogeeyyii Biiroo naannolee hundaa waliin marii gaggeessaa jira.
Imaammata Inarjii…