Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan birmaddummaa fi walabummaashee bifaa eegeen biyyoota waliin dippilomaasii cimaa akka…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan bara 2022 birmaddummaa fi walabummaashee bifa eegeen biyyoota waliin dippilomaasii cimaa akka qabattuuf hojjechaa jiraachuushee Ministeerri…
Kutaa magaalaa lammii Kuraatti bulchiinsi aanaa 4 maatii duultotaaf kennaa ayyaana laate
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa lammii Kuraatti bulchiinsi aanaa 4 maatii duultotaafi kutaa hawaasa harka qalleeyyii ta’aaniif kennaa ayyaana meeshaalee Birrii kuma dhibba 4…
Ayyaanni Qillee nagaan akka kabajamuuf qaamoleen nageenyaa qophii duraa xumuruun gara hojiitti…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Ayyaanni Qillee nagaan akka kabajamuuf qaamoleen nageenyaa qophii duraa xumuruun gara hojiitti galaniiru jechuun Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
MM Abiy Ahimad guyyaa ayyaana yaadannoo dhaloota Yesuus Kiristoos ilaalchisee ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa ayyaana yaadannoo dhaloota Yesuus Kiristoos ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaana Qillee…
Diyaaspooronni har’a ganama Ameerikaa fi Kanaadaarraa dhufan deeggarsa Doolaara kuma 17 walitti…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Diyaaspooronni har’a ganama Ameerikaa magaalaa Waashingitan Diisii fi Kanaadaa Magaalaa Tooroontoorraa dhufan deeggarsa Doolaara kuma 17 walitti qaban.…
Gumiin Abbootii Gadaa fi Haadholee Siinqee godina Qellem Wallaggaa qaamolee hidhatanii bosona…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Gumiin Abbootii Gadaa fi Haadholee Siinqee Godina Qellem Wallaggaa qaamolee hidhatanii bosona jiraaniif waamicha dhiyeessaniiru.
Gamtaan Abbootii Gadaa…
Manneen tajaajila tola ooltummaa gannaan eegalaman xumuramuun jiraattotaaf kennaman
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti ijaarsi Manneen tajaajila tola ooltummaa gannaan eegalaman xumuramuun jiraattotaaf dabarfamanii kennaman.
Manneen tajaajila tola…
Magaalichatti Ayyaanni Qillee fi Cuupphaa karaa nagaan akka kabajamu qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Qillee fi Cuupphaa karaa nagaan akka kabajamu dargaggoota waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii…
Ityoophiyaan hariiroo biyyoota waliin qabdu cimsuuf fedhii qabdi –Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen xaalayaa muudama Ambaasaaddaroota biyyoota 10 fudhataniiru.
Preezdaant Saahilawarq xaalayaa…
Manneen hojii galma qabatan milkeessuuf hojiin hojjetan gaariidha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Manneen hojii galma qabatan milkeessuuf hojiin hojjetan gaarii ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Gamaaggamni raawwii hojii…