Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin balal marsaa 18ffaan mata duree ”Dhimmoota ijoo marii biyyaalessaa fi furmaata inni…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Gumiin balal marsaa 18ffaan ''Dhimmoota ijoo marii biyyaalessaa fi furmaata inni biyyaaf qabu '' mata duree jedhurratti Waajjira Preezdaantii Bulchiinsa…
Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa duula birmadummaa biyyaa eeguudhaaf gama nageenyaa fi…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa duula birmadummaa biyyaa eeguudhaaf gama nageenyaa fi misoomaatiin hojjachaa jiraachuu ibsame.
Biiroon Dhimmoota…
Bulchinsi magaalichaa naannoo Afaaritti dhaabbilee fayyaa miidhaan irra ga’eef deeggarsa meeshaalee…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Bulchinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaaritti dhaabbilee fayyaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’e hojii eegalchiisuuf kan oolu deeggarsa…
Dhiibbaa odeeffannoon sobaa dippiloomaasii Ityoophiyaarraan ga’ee fi furmaata isaa Mata duree…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Baahirdaaritti mata duree “Dhiibbaa odeeffannoon sobaa dippiloomaasii Ityoophiyaarraan ga’ee fi furmaata isaa” jedhuun mariin gaggeeffamaa…
Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootummoota Federaalaa fi Naannolee magaalaa…
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootummoota Federaalaa fi Naannolee magaalaa Samaraatti eegalameera.
Muummee Ministiraa FDRI Abiy…
MM Abiy Ahimad Ayyaana dhalootaa warreen kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa yaadannoo dhaloota Iyyesuus Kiristoos kan warra faranjootaa warren kabajaniif ergaa baga geessanii…
‘Murtoowwan keenyaan miiraan kan fudhataman osoo hin taanee faayidaa waaraa kan hubataniidha’-Abiy…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Duulli Tokkummaa Sabdaneessaa duula eegaleen garee shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Affaarii baasuun galma eegalee milkeesseera jedhan Muummeen…
Dameen barnootaa gamaaggamaa fi hordoffii cimaa kan barbaachisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) - Guddina diinagdeef shoora olaanaa kan qabu dameen barnootaa gamaaggamaa fi hordoffii cimaa kan barbaachisu ta'uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa…
Gareen shororkeessaa ABUT Inistiityuutii Qorannoo Qonnaa Siiriinqaa gubuu isaan qabeenyi Birrii…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) - Godina Walloo Kaabaa aanaa Harbuutti gareen shororkeessaa ABUT Inistiityuutii Qorannoo Qonnaa Siiriinqaa gubuu isaan qabeenyi Birrii biiliyoona 2 olitti…
Dirree Dawaan ayyaana waggaa Qullibbi Gabreeliif keessummoota simachuuf qophoofteetti
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa fi hawaasni naannichaa keessummoota kabaja ayyaana waggaa Qullubbi Gabreeliif diyaaspooraa dabalatee keessummoota dhufaan…