Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ilma goota birmadduummaa biyyaa kabachiisuu aarsaa kan ta'ee Ajaja Dhibbaa Geetaachoo Morodaa fi guddiftoota isaaf mana…
Godina Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 battalatti darbeera.
Konkolaataan fe'uumsaa 'ISUZU' jedhamu Moosee…
Miseensonni shanee Kaaba Keeniyaa ka’uun gara biyyaa seenuuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Miseensonni garee shororkeessaa Shanee Kaaba Keeniyaa ka’uun gara biyyaa seenuuf socho’aa turan qaamolee nageenyaan to’atamuu ibsameera.…
Garee shororkeessaa ABUT deeggaruun gidiraa ummata Tigraay dheereessuudha – Obbo Mulubirhaan Hayilee
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Qaamoleen garee shororkeessa ABUT deeggaraa jiran hundi gidiraa uummataa Tigraay dheeressuu kanneen fedhan ta’uu Hogganaan Qunnamtii Ummataa Paartii…
ABUT konkolaattoota jajjaboo Birrii miiliyoona 12tti tilmaamaman saame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT konkolaattoota jajjaboo Birrii miiliyoona 12tti tilmaamaman meeshaalee deeggarsa hawaasa Laallibalaa fi naanniichaaf…
Jilli Obbo Oordiin Badiriin durfamu Samaraa gale
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin durfamu lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin miidhaman daawwachuu fi deeggaruuf…
Magaaloonni Samaaraa, Loogiyaa, Dubtii, Asaayiittaa, Miillee, Dichoo, Alidaarii fi Gaalaafiin…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaaloonni Samaaraa, Loogiyaa, Dubtii, Asaayiittaa, Miillee, Dichoo, Alidaarii fi Gaalaafiin tajaajila humna elektirikaa irra deebiin argachuu isaanii…
Godina Wallagga Lixaa aanaa Najjootti tarkaanfii Shaneerratti fudhatameen loon ummataa hataman…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Wallagga Lixaa Aanaa Najjootti Oppireeshinii gaggeeffameen hmna badii Shanee naannicha socho'u irratti tarkaanfii fudhatameen loon uummataa…
Labsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Koreen Dhaabbii dhimmoota Seeraa, Haqaa fiLabsii hundeeffama Komishinii marii biyyaaleessaaf galtee walitti qabuun eegalame
Finfinnee, Muddee 12, 2014…
Sirna itti gaafatamummaa diriirsuuf ga’umsa raawwii karooraa guddisuun murteessadha –…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Sirna itti gaafatamummaa diriirsuuf ga'umsa raawwii karooraa haala itti fufiinsa qabuun guddisuun murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi…