Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu Aanaa Bookee fi Daaroo Labuutti qamadii jallisiin misoomaa jiru…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Abarraa Warquun durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookee fi Daaroo Labuutti lafa hektaara kuma1 olirratti…
Yuuniiseef hojiilee damee dubartootaa, daa’immanii fi hawaasummaan hojjetu cimsee itti fufuuf…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii Yuuniiseef hojiilee damee dubartootaa, daa’immanii fi hawaasummaan hojjetu cimsuuf…
Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar gocha garee shororkeessaa ABUTiin miidhamanii fi qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…
Hawaasni Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Qonnaa Aardaayittaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Hawaasni Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Qonnaa Aardaayittaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf galaa qopheessaniiru.
Hawaasni kolleejjichaa galaa…
Obbo Dammaqaa Makonnin bakkeewwan Gashanaa hanga Waldiyaa jiran daawwatan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin bakkeewwan Gashanaa hanga Waldiyaa jiran daawwataniiru.…
Hospitaalli jalqabaa Hayiqii garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’ee ture hojii eegale
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Hospitaalli jalqabaa Hayiqii garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’ee ture deeggarsa hospitaalli Waliigalaa Eekkaa Kotobee taasiseen hojii eegaluu ibsame.…
Buufanni socho’aa raabsaa elektirikaa magaalaa Waldiyaa fi naannawaasheef tajaajila laachaa ture…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Buufanni socho’aa raabsaa elektirikaa abbaan kiiloo vooltii 230/33/15 magaalaa Waldiyaa fi naannawaasheef tajaajila laachaa ture garee shororkeessaa ABUTiin…
Deeggarsi biyya keenyaaf taasifnu cimee itti fufa- Ityoophiyaanota Giriik jiraatan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi dhalatoonni Ityoophiyaa Giriik jiraatan lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi cimee kan itti fufu ta’uu…
Yuunvarsiitiin Salaalee hawaasa godina Booranaatti hongeedhaan miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Salaalee hawaasa godina Booranaatti hongeedhaan miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Hanqina roobaa ganna darbe godina Booranaatti muudateen…
Hongee dandamachuuf proojektii bu’uuraalee misooma bishaanii babal’isuu barbaachisa- Hoggantoota…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Hongee dandamachuu fi bu’uuraalee misoomaa bishaanii garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii ijaaruuf proojektii bu’uuraalee misooma bishaanii…