Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Minisira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuu kootti…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) - Minisira Muummee Hindii Naareendiraa Moodii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuu kootiin gammadeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Jireenya Dargaggootaa fooyyeessuuf Aadaa hojii jijjiiruu…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Aadaa hojii jijjiiruun jiruu fi jireenyaa Dargaggootaa fooyyeessurratti xiyyeeffachuun barbaachiisaadha jedhan Hoggantuun Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii…
Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojjii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700 ol fayyadamoo taasiseera jedhan Ministirri Ministeera…
Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa dhaddacha dhagahaa halaalaa tajaajilaaf banaa taasise
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) –Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Sulultaa kenna tajaajila abbaa seerummaa mirkaneessuuf dhaddacha dhagahaa halaalaa (Viidiyoo konfiraansii) tajaajilaaf banaa…
Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu.
Ministirri Muummee Hindi…
Rakkoolee damee Geejjibaan mul’atan furuuf hojjetamaa jira – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Rakkoolee damee Geejjibaan mul’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen.…
Fooramiin Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Fooramiin Dargaggoota Afrikaa 2025 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramicharratti Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Ogummaa Salamoon…
Eenyummeessaan Dijiitaalaa Faayidaa dinagdee ijaaruuf humna guddaa qaba- Yodaahee…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Eenyummeessaan dijiitaalaa Faayidaa dinagdee guddisuuf humna guddaa qaba jedhan Daayreektarri olaanaan Eenyummeessaa Biyyaalessaa Yoodaahee Ar'aayaSillaasee.…
Boordichi tajjabdoota biyya keessaa Filannoo biyyaalessaa 7ffaa taajjaban 45’f beekamtii kenne
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa tajjabdoota biyya keessaa Filannoo biyyaalessaa 7ffaa taajjaban 45’f beekamtii kenneera.
Taajjabdoota ugaalaa barbaachisu…
Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaaf qophii dhaabbilee nageenyaafi tasgabbii…
Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC)- Filannoon biyyaalessaa marsaa 7ffaan karaa naga qabeessaafi dimookiraatawaa ta’een akka gaggeeffamuuf dhaabbileen nageenyaafi tasgabbii qophii eegalaniiru…