Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee Idil-addunyaa Nu Mudatan Furuuf Furmaanni Afrikaa Qophaa’uu Qaba – Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018(FMC) - Rakkoolee idil-addunyaa nu mudatan furuuf furmaanni Afrikaa qophaa'uu qaba jedhan Ministirri Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos.…
Yaa’iin Mana Maree Hojii raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa har’a eegala
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Yaa’ii Idileen 49ffaan Mana Maree Hojii raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti taa’amuu eegala.
Yaa’ichi mata duree ‘Galmoota Ajandaa…
Mariin Biyyaalessaa hirmaachisummaa, wal dhaggeeffachuu fi furmaata waloof bu’uura cimaa…
Finfinnee, Adooleessa 21, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa amma gaggeeffamaa jiru hirmaachisummaa cimsuun, aadaa furmaata waloo barbaaduu dagaagsuu fi ijaarsa biyyaaf…
Ergaa Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee:-
Har'a galgala hoggantoota keenya hunda waliin raawwii hojiilee waqtii gannaa hojjennu hojiilee tajaajila tola ooltummaa, ijaarsa manaa, balaa lolaa ittisuu, hojiilee qulqullinaa, ashaaraa…
Itiyoophiyaa dargaggootaaf mijattu ijaaruuf mari’achaa jirra- dargaggoota
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Itiyoophiyaa dargaggootaaf mijattu ijaaruuf mari’achaa jirra jedhan dargaggoonni yaa’iii marii biyyaalessaa irratti hirmaachaa jiran.
Naannoo…
Ameerikaan gahee Itiyoophiyaan nageenyaafi tasgabbii naannawichaa keessatti bahachaa jirtu…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa Afrikaatti Ajajaa Ajaja Ameerikaa (AFRICOM) Jeneraal Daagviin Andarsan…
Hojii guddina hawaas-dinagdee jiraattota magaalotaa fi baadiyyaa waliin qindeesse…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC) - Jijjiiramaan dura magaalonni Itiyoophiyaa imaammata misoomaa jirenya jirattotaa jijjiiruu irratti xiyyeeffate dhabuu fi kan tures sirnaan hojiirra ooluu…
Marichi biyya cimtuu ijaaruuf kan gargaaru missiraachoo injifannoo walooti – Mari’attoota
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Yaa’iin Maree Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru biyya cimtuu ijaaruuf kan gargaaru missiraachoo injifannoo walooti jedhan hirmaattoonni yaa’ichaa.…
Ashaaraa magariisaa fi hawwattummaa magaalaa…
Jijjiirama biyyaalessaan asitti inisheetiiviiwwan hojiirra ooluun bu’aalee gama maraa fidaa jiran keessaa sagantaan Ashaaraa magariisaa isa tokko.
Sagantaan kun yeroo ammaa addunyaatti…
ItiyoophiyaanNetworkii daandii dheeraan Baha Afrikaa keessaa sadarkaa 1ffaa irratti argamti
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Uwwisni daandii Itiyoophiyaa waggoota muraasa keessatti saffisa guddaan dabalaa dhufeera.
Yeroo ammaa dheerinni daandii Itiyoophiyaa Kiiloo Meetira…