Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaaf qophiin xumurameera- Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa magariisaa bara kanaaf naannoleefi bulchiinsi magaalotaa qophii xumuraniiru jedhe Ministeerri Qonnaa.
Hojii…
Ga’ee sagantaa Ashaaraa Magariisaa Damee Qonnaa keessatti…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC) - Bara 2011 inniisheetiivii Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiy Ahimad eegalchiisaniin kan jalqabame Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltoonni…
Taatee seena qabeessa aadaa siyaasaa Itiyoophiyaa bu’uurarraa jijjiiru…
Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa taatee seena qabeessa aadaa siyaasaa biyyattii bu’uurarraa kan jijjiirudha.
Jalqabbiin kun siyaasa qawweerraa gara mariitti, waliigaltee waloofi biyya…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos gita isaanii Koongoo fi Angoolaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Yaa’ii 49ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftootaa Gamtaa Afrikaa Finfinneetti…
Hojiileen misooma qonnaa godina Baaleetti hojjetamaa jiran fakkeenya kan ta’anidha- Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Hojiileen damee qonnaan godina Baaleetti hojjetamaa jiran fakkeenya kan ta’anidha jedhan Hogganaan Damee Hariiroo Uummataafi Idil-addunyaa Paartii…
Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa’ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Af-yaa'ii Mana Maree Biyyaalessaa Azarbajaan Saahiibaa Gaafroovaa waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Ashaaraa Magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Inisheetiiviiwwan jijjiirama biyyaalessaa booda bocamanii hojiirra ooluun bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiran keessaa Sagantaan Ashaaraa Magariisaa isa…
Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Af-yaa’ii Paarlaamaa…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2018 (FMC) – Af-yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar, Af-yaa'ii Paarlaamaa Azeerbaajaan Dooktar Sahibaa Gaafaroovaa fi jila isaanii waliin…
Tigraayitti barattoonni kutaa 12ffaa qormaata biyyaalessaa fudhachaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 22, 2018(FMC)- Naannoo Tigraayitti barattoonni kutaa 12ffaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachaa jiru.
Barattoonni kunneen giddugala qormaataa…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaan barana biqiltuu biiliyoonni 8.5 ol ni dhaabama
Itiyoophiyaan ashaaraa magariisaafi misooma anniisaa haaromfamaa irratti bal’inaan hojjechaa jirti.
Gama Kanaan sosochii idil-addunyaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf godhamu…