Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo obbo Leencoo Lataaf Doktoreetii kabajaa laate
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo gameessa qabsoo Oromoo obbo Leencoo Lataaf Doktoreetii kabajaa laateera.
Obbo Leencoon, "injifannoo…
Manni Murtii Aadaa haqa dabe qajeelchuuf qooda olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Labsii Mana Murtii Aadaa Hundeessuuf ba’e lakkoofsa 240/2013 hojiirra oolchuuf magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti mari’atamaa jira.…
Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture marsaa 2ffaaf eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota digirii jalqabaa fi 2ffaan sagantaa idilee fi idileen alaan barasiisaa ture 511 eebbisiisera.…
Yuunvarsiitiin Barnootaa Kotabee Barattoota ogummaa fi sadarkaa garaagaraan barsiisaa ture 2526…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin barnootaa Kotabee barattoota sagantaa Leevalii, digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture barattoota kuma 2 fi 526…
Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota kuma 1 fi 127 eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota oummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 127 eebbisiise.
Eebbiifamtoota kanneen keessaa barattoonni…
Kilaasteraan oomishuun qonnaan bultoonni caalmaatti akka waliitti hidhaman taasiiseera – Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Kilaasteraan oomishuun Ooyiruu qofa osoo hin taane, qonnaan bultoonni caalmaatti akka waliitti hidhaman taasiisuu Preezdaantiin Bulchiinsa…
Magaalaa Finfinneetti qaamolee seeraan ala weerara lafaa keessatti hirmaatanirratti tarkaanfi…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee seeraan ala weerara lafaa gaggeessanirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu beeksiise.
Baatiwwan arfan…
Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Warshaa Daabboo fi Daakuu ijaarsiisan…
Jilli Preezdaant Shimallisii fi obbo Dammaqaan durfamu Adaa’aatti xaafii kilaasteraan misoome…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Jilli Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa obbo Dammaqaa…
Ayyaanni Irreechaa yeroo jalqabaaf Gambaaleetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Ayyaanni Irreechaa Magaalaa Gaambeellaatti yeroo jalqabaaf kabajameera.
Sirni Irreechaa Hora Baarootti Horichi Asxaa Abbaa Gadaan dabaallamuun…