Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Booranaatti roobni gannaa xiqqachuun gogiinsii namaa fi horii miidhaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaa Kilaastera Baadiyyaa obbo Abdurramaan Abdallaan durfamu Aanalee…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata hordoftoota amantaa Musliimaa maraaf ergaa baga ayyaana Moolidaa…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata hordoftoota amantaa Musliimaa maraaf ergaa baga ayyaana Moolidaa geessanii dabarseera.
Hawaasni musliimaa…
Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Moolidaa 1496ffaa geessanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga ayyaana Moolidaa 1496ffaa geessanii dabarsaniiru.
Aadde Adaanach erga fuula…
Qonni hanga hin ceeneetti ce’umsi gara indastirii bu’aa qabeessa hin ta’u- Dooktar…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) - Qonni hanga hin ceeneetti ce'umsi gara indastirii bu'aa qabeessa hin ta'u Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeesaaan Kilaastara Horataalee…
Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand har’a taphatameen Siitii fi Liivar Puul yoo injifatan,…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand torbee 8ffaa har'a taphatameen Siitii fi Liivar Puul morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayiitiid…
Adeemsi alergii yoo sirrate boloqqee gabaa alaaf dhiyaatu dabaluu danda’a – Preezdaant…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Adeemsi alergii yoo sirrate boloqqee gabaa alaaf dhiyaatu kana caalaa dabaluu danda'a jedhan Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Ayyaanni Moolidaa waggaa 1496ffaan Wiixata dhufu kabajama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Ayyaanni moolidaa waggaa 1496ffaan Wiixata dhufu kan kabajamu ta'uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa waliigalaa Ityoophiyaa beeksise.
Manni…
Dhiibbaa alaa dandamachuuf Qonna ammayyeessuun murteessadha – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Dhiibbaa alaa dandamachuuf qonna ammayyeessuun diinagdeen of dandanda'uun murteessaa ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…
Miseensota Raayyaa Ittisaa Ajeja Kibbaa raawwii hojii olaanaa galmeessiissaniif guddinni sadarkaa…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa Giddugala Leenjii Ajeja Kibbaa yeroo tajaajila isaanii uwwisanii fi raawwii hojii gaarii galmeessaniif guddinni sadarkaa…
Misooma Horsiise Bulaaf xiyyeeffannaan kennamuu qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Mariin misooma diinagdee Baha Ityoophiyaa marsaa 7ffaa magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira.
Maricha Waldaa Diinagdee Ityoophiyaa,…