Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa miidhaa bineensoota bosonaarra gahu hambisuuf sanada waliigaltee…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Bineensa Bosonaa Ityoophiyaa waliin miidhaa bineensoota bosonaarra gahu hambisuuf sanada…
Ameerikaan AGOA Ityoophiyaarraa qoqqobuuf fedhiin agarsiiste birmaduummaa Ityoophiyaanootaarratti…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Ameerikaan AGOA ‘AFRICAN GROWTH AND OPPORTUNITY ACT’ Ityoophiyaarraa qoqqobuuf fedhiin agarsiiste birmaaduummaa Ityoophiyaanootaarratti kan aggamamee…
Yuunvarsiitiin Finfinnee fi Interpiraayiziin Tajaajila Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee fi Interpiraayiziin Tajaajila Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu guyyaa boruu ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu guyyaa boruu ni eegala jedhameera.
Barattoonni, barsiisonnii fi maatiin barnootaa biroon haala dhibee…
Bahireen Riifoormii Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu kan deeggartu ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Bahireen Riifoormii Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu kan deeggartu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa fi Diingdee Biyyaaleessaa biyyattii…
Balaliiftoonni Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Balaliistoonni Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3.2tti tilmamamu…
ABUT Godina Kaaba Wallootti bu’uuraalee misoomaa barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT yaalii cimaa aangoo qabachuuf taasiisu cimsee itti fufuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.
Garichi naannoo…
Walga’iin Mana Maree Hoji Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 39ffaan Onkololeessa 4 ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Walga’iin Mana Maree Hoji Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 39ffaan Onkololeessa 4 -5, 2014tti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Walgahicharratti…
Dhimmoota hariiroo uummataa cimsan irratti xiyyeeffannaan kennamee ni hojjetama-Mana Maree…
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2014 (FBC)- Dhimmoota hariiroo uummataa cimsan irratti xiyyeeffannaa kennee kan hojjetu ta’uu Manni Maree Federeeshinii ibseera.
Af Yaa’iin mana marichaa obbo…
Dhaabbata qaamoleen icciti garee ABUT’tiin saaxilaan hundi wareegaman
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani Ityoophiyaarratti dhiibbaa hin mallee uumuuf waltajjii mana maree nageenyaa irra deeddeebiin gaggeesseera.…