Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaa Emmireetoota Araba Gamtoomanii Ityoophiyaaf Ambulaansiiwwan 50 deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2014 (FBC)- Mootummaa Emnireetoota Araba Gamtoomanii Ityoophiyaaf Ambulaansiiwwan 50 deeggarsa taasisuu ibsameera.
Ambulaansiiwwan kunneen Birrii Miiliyoona…
Manni marichaa sagantaa bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbilee magaalichaa raawwachiisuuf Birrrii…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Manni maree naannoo hararii walga'ii guyyaa har'aa gaggeesseen baajata kaappitaalaa bara 2014 qorachuun sagaalee guutuun mirkaneessera.
Manni…
Abbaan Taayitichaa ‘Afrikaan Paarkis Neetwark’ waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 5…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Abbaan Taayitaa Eeggumsa Bineensota Bosonaa Ityoophiyaa 'Afrikaan Paarkis Neetwark' waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 5 mallatteessuu beeksise.…
Hawaasni Godina Harargee Lixaa Birrii miiliyoona 1.755 fi sangoota 23 mana barumsaaf arjooman
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC) - Hawaasni Godina Harargee Lixaa aanaa Gammachiis Mana Barumsaa Barkumee Sadarkaa 2ffaatiif kan ooluu fi ijaarsa daree dabalataaf Birrii…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Obbo Damaqaa Mokonniniif ergaa baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Lavroov Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa FDRI Obbo Damaqaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Torbee darbe Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa dameewwan Afuriin badhaasa “Iskaaytiraak” argate
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa bara 2021tti dameewwan Afuriin badhaasa “Iskaaytiraak” argachuu ibsame.
Daandiin xiyyaarichaa badhaasa daandii…
Magaalaa Naqamteetti barattoota harqa qaleeyyii kuma 7 oliif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Waajjirri Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa Bulchiinsa magaalaa Naqamtee meeshaalee barnootaa qaamoolee adda addaarraa walitti qabee…
Ogeeyyiin fayyaa sadarkaa addunyaatti dorgomaa ta’anii ijaarsa diinagdee biyyaa keessatti…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2014 (FBC)- Ogeeyyiin fayyaa tajaajila ogumasaaniin kennaniin dabalatatti, sadarkaa addunyaatti dorgomaa ta'anii ijaarsa diinagdee biyyaa keessatti gumaacha gochuu…
Lammii Guddaa kanaaf tajaajila guddaatu mala- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ministirootaa fi Ministir Deetaawwan mootummaa haaraatiin muudamanii gara hojiitti galaniif hawwii gaarii qaban…