Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yeroo itti aanu Bakka biyyi na barbaaddutti nan tajaajila – Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii duraanii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa yeroo itti aanu Bakka biyyi na barbaaddutti nan tajaajila…
Muummeen Ministiraa Veetinaam Dooktar Abiyyiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Veetinaam Paam Miinihii Chiinihi Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa FDRI ta’uun muudamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii…
Qonnaan Bulaan naannoo Oromiyaa jijjiiramaaf qophiidha- Preezdaant Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Qonnaan Bulaan naannoo Oromiyaa jijjiiramaaf qophii ta’uu Preezdaantiin Bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsaniiru.…
Sagantaaleen biyyaalessaa guyyoottaan darban gaggeeffaman milkiin akka xumuramu qoodni jiraattootaa…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Sagantaaleen biyyaalessaa guyyoottaan darban gaggeeffaman milkiin akka xumuramu qoodni jiraattootaa olaanaa kan ture ta’uu Kaantibaan Magaalaa…
Paartiin Badhaadhinaa Ministiroota haaraa muudamaniif ergaa hawwii gaarii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa Ministiroota haaraa guyyaa har’aa muudamaniif ergaa hawwii gaarii dabarseera.
Paartichi muudamtoota kanneeniif bara hojii gaarii…
Aadde Adaanach obbo Dammaqaa fi Ministiroota haaraa muudamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee obbo Dammaqaa Makonniinii fi Ministiroota haaraa muudaman maraaf ergaa baga gammaddanii…
Tarreeffamni Dhaabbilee waamamtootaa ifoome
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Manneen Hojii Ministirootaa haaraa hundaa’aniif tarree dhaabbilee waamamtootaa ifoomsan.
Haaluma kanaan dhaabbilee…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa mooshinii dhiyaate raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga'ii addaa 1ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun mooshinii dhiyaate raggaasiseera.…
Gurmaai’insa haaraan aangoon Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa 22 ta’uun dhiyaatan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii gurmaa’iinsaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii aangoo qaamolee hojii raawwachiiftuu mootummaa Federaalaa fi hojmaata murteessuuf ba'e raggaasiseera.…