Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’eera.
Yaadannoo boqachuu waggaa tokkoffaa proofeeserichaa fi hundeeffamaa faawundeeshinichaa…
Aanaa Baabbilleetti Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Waayyuu eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Baabbilleetti manni barumsaa Ifa Boruu Waayyuu kan baasii Miiliyoona 36 oliin ijaarame eebbifamuun tajaajilaaf qophii ta’uu…
Korporeeshiniin Manneenii Federaalaa ijaarsa Hidha Haaromsa Guddichaa Ityophiyaaf deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Korporeeshiniin Manneenii Federaalaa deeggarsa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf oolu Birrii miiliyoona 20 taasisuu ibsameera.
Daayraktarri Olaanaa…
Kutaa magaalaa Addis Katamaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garagaraa to’annaa jala oolu…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Addis Katamaatti sakattoo mana nama dhuunfaa tokko keessatti taasifameen meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garagaraa to’annoo jala ooluu…
Badii tokko malee Poolisootaan gochi reebichaa irra ga’ee kan ture Samiiraa Mohaammad hojiin…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Badii tokko malee Poolisootaa namuusa hojii isaaniin ala gochi reebichaa irra gahee ture Samiiraa Mohaammad giddugala nyaataa Tasfaa Biraanitti hojiin…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilli preezdaantichaan durfamu Ministira…
Ejansichi lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa birri miiliyoona 5 taasiise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Ejansiin Nageenyaa odeeffannoo naannoo Afaariiti lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiiseera.…
Yuunvarsitiin Meetiroopolitaanii Kotobee “Yuunvarsiitii Barnootaa Kotabee” akka jedhamu…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Meetiroopolitaanii Kotabee duraanii amma booda "Yuunvarsiitii Barnootaa Kotabee" akka ta'u murtaa'uu yuunvarsiitichi beeksiise.
Itti…
Biyya keenya waloon ijaaruuf murannoon kaaneerra – Paartilee morkattootaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Biyya keenya waloon ijaaruuf murannoon kaaneerra jedhan muudamtoonni Paartilee morkattootaa.
Hundeeffamni mootummaa sona diimookraasii dagaagsuuf…
Biyya jabduu fi Ummata guddaa tajaajiluun kabajaas carraadhas – Injiinar Taakkalee
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Biyya jabduu fi Ummata guddaa tajaajiluun kabajaas carraadhas jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalee Uumaan.
Yeroon kun yeroo seenaa…