Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenyi akka dhufuu fi tasggabbii mootummaa haaraatiif sirni kadhannaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Ityoophiyaatti nageenyi akka dhufuu fi mootummaa haaraan tasggabbii akka argatuuf abbootii amantaan sirna kadhannaa gaggeeffamaa jiraachuu…
Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa boruu ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC)- Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa guyyaa boruu ni gaggeeffama.
Yaa’ichaanis muudamni kaabinootaa ni raggaasifamaan eegama.
Yaa’iin har’a…
Sirni hundeeffama mootummaa nagaan xumuramuu humni qindoomaa nageenyaa beeksiise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan gara boqonnaa haaraatti kan itti ceetu Sirni hundeeffama mootummaa nagaan xumuramuu humni qindoomaa nageenyaa beeksiiseera.…
Preezdaant Isaayyaas MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammadaanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqii Dooktar Abiy Ahimda Muummee Ministiraa FDRI ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammadaanii dabarsaniiru.…
MM Abiy Ahimad qaamolee qophii sirna hundeeffama mootummaa milkeessaan galateeffatan
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee qophii sirna hundeeffama mootummaa milkeessaan hunda galateeffataniiru.
Michuuwwaan idil…
Preezdaantiin Naayjeeriyaa Mohaammad Buhaarii ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Naayjeeriyaa Mohaammad Buhaarii ergaa baga gammaddanii MM Abiy Ahimadiif dabarsaniiru
.
Ergaa isaaniitiin, paartileen siyaasaa…
Preezdaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattaan Finfinnee galaniiru.
Preezdaantichi sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuufi…
Preezdaantiin Ugaandaa Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Ugaandaa Uweerii Muuseeveeniin sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Preezdaant…
Ministiroonni garaagaraa MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Muummeechi Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Alii yeroo 2ffaaf Muummee Ministiraa ta’uun filatamuu isaaniif Ministiroonni garaagaraa ergaa baga gammaddanii…
Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Fuula…