Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach MM Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)-Muummeechi Ministiraa FDRE Abiy Ahimad Alii yeroo lammaffaaf muummeecha ministiraa Ityoophiyaa ta’uun waan filatamaniif maqaa kiyyaan, bulchiinsa…
Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Rippaablika Diimookiraatawwaa Koongoo Jaan Miikeel Saammaa Luukoondeen Finfinnee galaniiru.
Muummeen Ministiraa…
Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Somaaliyaa Mahaammad Abdullayii Faarmaajoo Finfinnee galaniiru.
Preezdaantiichi sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti…
Obbo Taaggasee Caafoo Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Taaggasee Caafoo Af Yaa’ii mana marichaa…
Ministirri alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (FBC) -Ministirri Ministera Dhimmaa Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamooraan sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa duraanii Oliiseengoo Abbaasaanjoo hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa haaraa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf…
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf Sadarkaa qorannoowwanii Fooyyessuu fi misooma Barsiisotaaf…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Kolleejiin ‘East Africa’ Magaalaa Adaamaatti konfiransii qo'annoo fi qorannoo barnootaa jalqabaa gaggeesseera.
Konfiransichi mate duree ‘qorannoo fi…
Preezdaantiin Naayijeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammuduu Buhaariin hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Ityoophiyaa dhufuutti gammaduu ibsan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Ityoophiyaa dhufuu isaanitti gammaduu ibsaniiru.
Obboleessa koo Preezdaant…
Preezdaantiin Seeneegaal Finfinnee galan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal hundeeffama mootummaa Ityoophiyaa guyyaa boruun gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Preezdaant…