Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni addaa fi miseensonni Poolisii naannoo Somaalee Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Humni addaa fi miseensonni Poolisii naannoo Somaalee Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
Tokkummaa biyyaalessaa mirkanneessuuf humna adda…
Karoorri Haaraan Barnootaa hanqinoota damee barnootaa waliigalaa giddugaleessa kan taasiiseedha –…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Karoorri Haaraan Barnootaa hanqinoota damee barnootaa waliigalaa giddugaleessa kan taasiise ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar…
Aanaa Loodee Heexosaatti boba’aan seeraan ala daddabarfamaa ture barmeelli 18 to’atame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Godina Arsii aanaa Loodee Heexosaa magaalaa Hurutaatti boba'aan seeraan ala daddabarfamaa ture barmeelli 18 to’atameera.
Boba’aan karaa seeraan alaan…
Shaneen diina ummata Oromoo maqaa Oromoon daldalu garee badiiti- Abbaa Gadaa Hundee
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa Shanee kaleessa maqaa Oromoon daldalaa ture garee shororkeessaa ABUT gaa’ela kan raawwate diina Ummata Oromoo ta’uu Abbaan Gadaa…
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi waamamtoonni isaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii fi waamamtoonni isaa 4 Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 9 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu…
Naannoo Somaalee, Hararii fi Kibbaatti filannoo Fulbaana 20, 2014 gaggeeffamuuf galmeen filattootaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Naannoo Somaalee, Hararii fi Kibbaatti filannoo Fulbaana 20, 2014 gaggeeffamuuf galmeen filattootaa eegalamuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa beeksiise.…
Haala deeggarsi namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaar irra jiru ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) –Koreen Ministirootaa Qindeessa yeroo ariifachiisaa walga’ii idilee gaggeesseera.
Walga’ichaan hojiilee deeggarsa namoomaa naannoo…
Qonna magaalaan bu’aa jajjabeessaan argamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Misooma Damee Qonna Magaalaan oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf hojiileen jajjabeessaa ta’an hedduun hojjetamuu Itti Aantuun Kaantibaa magaalaa…
Waraana gareen shororkeessaa ABUT nurratti bane qolachuun ummata keenya ni boonsina – L/J Dassitaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Waraana gareen shororkeessaa ABUT nurratti bane qolachuun ummata keenya ni boonsina jedhan Itti Gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Mahaandisii Raayyaa…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti AmbaasaaddaraTurki waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Sudaanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddara Turkii Irfaan Naaziir Oogluu waliin dhimmoota waloorratti…