Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daawwannaan Muummeen Ministiraa Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan bu’aa qabeessa ture jedhame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) –Daawwannaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ugaandaa fi Ruwaandaatti taasiisan bu'aa qabeessa kan ture ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Olola gareen shororkeessaa tamsaasu waloon ittisuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) –Waldhabdee Godina addaa Saba Oromoo fi naannoo Afaar Ada'eel gidduu jiru waaraan furuuf haala dandeessiisurratti mariin magaalaa Shawaa Roobiitiitti …
Waldichi abbootii warraa sababa garee shororkeessaa ABUT’tiif buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa abbootii warraa kuma 1 sababa garee shororkeessaa ABUT'tiif buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.
Waldichi sababa gareen…
Ijaarsi gamoo dhaabbii konkolaattoota gabaa Shoolaa raawwatamaa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Ijaarsi gamoo dhaabbii konkolaattoota gabaa Shoolaa raawwatamaa jira.
Gamoon kun lafa jalaa abba darbii lamaa fi lafarraa ol ammoo abbaa darbii 5 kan…
Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Baatii Fulbaana 24 mootummaan akka hundeeffamuu Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon ibsaa gaazixeessitootaaf laataniin…
Biirichi bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorsuu ibse
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa bara barnootaa 2014tti barattoota miiliyona 11.7 ol galmeessuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu beeksiseera.
Hojiin…
Kutaa magaalaa Booleetti manneen jireenyaa 21 tola ooltummaan ijaarraman jiraattootaaf laataman
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Boolee aanaa 13tti manneen jireenyaa 21 dhaabbata "Ovid Group" jedhamuun ijaarraman jiraattootaaf laamaniiru.
Manneen…
Yuunvarsiitiin Samaraa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Samaraa naannoo Affaar godina Kiilabaatii aanaa Baarahilleerratti waraanaa gareen shororkeessaa ABUT baneen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Man-kuusaawwan USAID garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’e
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Man-kuusaawwan Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID) garee shororkeessaa ABUT’n saamamuun mirkana’eera.
Gareen shororkeessaa ABUT man-Kuusaawwan…
Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Filannoo naannoo Hararitti kan gaggeeffamuu nagaan xumuruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksiseera.
Hoggantoonnii…