Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaaliin karaa Barhaaleen daandii Aspaaltii Moortaariin muruuf taasiifame gootoota Afaariin…
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaaliin gareen shororkeessaa ABUT karaa Barhaaleen daandii Aspaaltii Moortaariin muruuf taasiise gootoota Afaariin fashalaa’uu ibsameera.
…
Lammiileen 414 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 414 Saa'ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Lootee seentoonni garee shororkeessaa ABUT Warra Baabboo galanii turan barbadaa’aa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Humni Lootee seentootaa garee shororkeessaa ABUT Aanaa Warra Baabboo seenee tura barbadaa’aa jiraachuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa aanichaa…
Qaamoleen tajaajila osoo hin qabaatiin nagahee qofa gurguruun mootummaarra miidhaa olaanaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Qaamoleen tajaajila osoo hin qabaatiin nagahee qofa gurguruun mootummaarra miidhaa olaanaa qaqqabsiisan to’atamuu Biiroon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii…
Qorannoowwan qulqullina qabanii fi rakkoo hawaasaa furuu danda’an hojjatamuu akka qaban ibsame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Qorannoowwan qulqullina qabanii fi rakkoo hawaasaa furuu danda'an hojjatamuu akka qaban ibsameera.
Yuunvarsiitiin Arsii walga’ii guyyaa…
Hanga ammaatti Raayyaa Ittisaaf Birrii biiliyoonni 3 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) –Adeemsa hanga ammaatti jiruun Birrii biiliyoonni 3 ol Raayyaa Ittisaaf Walitti qabamuu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksiise.
…
Waldaan Fannoo Diimaa buqqaatoota magaalaa Daseetti argamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaatti Waajjirri Damee Walloo Kibbbaa lammiilee iddoolee garaagaraa buqqa’uun magaalaa Dasee qubatanii argaman maatii 800f…
Harargee Bahaatti bara 2014f barattoota miiliyoona 1fi kuma dhibba 2 ol galmeessuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahatti bara 2014f barattoota miiliyoona 1fi kuma dhibba 2 ol galmeessuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirrii Barnoota godinichaa Beeksisee.…
Asoosaatti namoonni rakkoo nageenyaa uumuuf socho’aa turan 85 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti shakkamtoonni rakkoo nageenyaa uumuuf socho’aa turan 85 to’atamuu Poolisiin beeksiise.
…
Yuunvarsiitiin Haramayaa naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramaayaa Naannoo Afaaritti lammiilee sababa waraana gareen shororkeessaa ABUT baneen qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa…