Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera.
Walga’ichi “Dhiyeessii bishaanii itti…
Ministirri Muummee Itti aantuun Leesoottoo Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aantuun Leesoottoo Nitoomeeng Maajaaraan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Dooktar Geediyoon jila Ministira Dhimma Alaa Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiiwoos jila Ministira Awurooppaa fi Dhimma Alaa Faransaay Eliiyuunoor Kaarwaan durfamu…
Magaalaa Shaggaritti kenni tajaajila iddoo tokkoo socho’aan manaa manatti eegale
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti Giddugalli tajaajila Iddoo Tokkoo Masoob 1ffaan kenna tajaajila socho'aa manaa manatti kennuu eegaleera.
Kenni tajaajila…
Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob …
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…
Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 biyya keessatti guutuun danda’ame – Tajaajilicha
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 dhiyeessitoota biyya keessan guutuun danda’ame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa.
Dhaabbileen…
Guyyaan galmeen filattootaa itti eegalu dheerate – BFBI
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf guyyaan galmee filattootaa Guraadhala 7, 2018 eegaluuf ture gara Guraandhala 28, 2018 itti dheerate jedhe Boordiin…
Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan yaa'ii 39ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Tuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Mohaammad Alii Naafaatii waliin mari'ataniiru.
Ministiroonni…
Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.
Buufata xiyaaraa Idil…