Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaaloota Boqojjii fi Dabra Taabooriitti buufanni raabsaa humna elektirikaa haaraan ijaarramuufi
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa magaalaa Boqojjii fi naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Taabooriitti buufanni raabsaa humna elektirikaa akka ijaarramuu Humni Elektirikaa…
Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa keessatti balaa…
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa iddoo addaa Filiqliq jedhamutti balaa sigiga dhagaa muudateen…
Paartileen Siyaasaa naannoo Kibbaa keessaa socho’an biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Paartileen Siyaasaa naannoo Kibbaa keessaa socho’an magaalaa Aarbaa Mincitti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Paartileen kunneen…
ABUT balleessuuf qabsoon taasifamuu Shaneerrattis raawwatamuu qaba-Obbo Taayyee Danda’aa
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Garee shororokeessaa ABUT balleessuuf qabsoon taasifamuu bifuma walfakkatuun garee shororkeesssaa Shaneerrattis raawwatamuu qaba jechuun Itti Gaafatamaan…
Hojjettoonni Waajjira Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf mindaa…
Finfinnee, Hagayyaa 7,2013 (FBC) - Hojjettoonni Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa mindaa isaanii ji’a tokkoo Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuuf…
Waldaaleen Siiviikii garee ABUT qolachuuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Waldaaleen Siiviikii Ityoophiyaa shira garee shororkeessaa ABUT qolachuuf ga’ee isaanirraa eeggamu ba’uuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Waldaaleen…
Humna elektirikaa biyyoota ollaatti gurguramerraa Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 90 argame
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Bara baajataa xumurametti Humna Elektirikaa biyyoota ollaatti gurguramerraa Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 90 ol argamuu Humni Elektirikii…
Duulli birmadummaa milkiin hanga xumuramutti deeggarsi eegalame itti fufa – Mootummaa naannoo…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Duulli birmadummaa garee Shororkeessaa ABUT barbadeessuu eegalame milkiin hanga xumuramutti deeggarsi hunda galeessaa eegalame cimsanii kan itti…
Midhaan deeggarsa namoomaa karaa naannoo Afaariin lammiilee deeggarsa barbaadaniif dhiyaachuuf…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Lammiilee sababa garee Shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqaniif midhaan deeggarsa namoomaa karaa naannoo Afaar…
Preezdaant Saahilawarq Ityoophiyaatti waamamaa Fandii qonna idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti waamamaa Fandii Qonna Idil Addunyaa Maawiiraa Chiitiimaan waliin mari’ataniiru.…