Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa 40 Sudaanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 40 Sudaanii gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Faddaaltootaan gowwomsamuun karaa Sudaaniin gara biyyoota Baha Fagootti sanada…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaariitti haleellaa lammiilee nagaarra qaqqabe gaddi itti…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaariitti haleellaa gareen ABUT lammiilee nagaa buufata tursaa keessa turanirra qaqqabsiiseef gaddi itti…
Humni garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe barbadaa’aa jira –Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ajeja Lixaatti kutaan waraanaa 21ffaan humna garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe aanaa Gubbaa Laaftootti barbadeessaa jiraachuu Raayyaan Ittisaa Biyyaa…
Jiraattoonni magaalaa Hayiqii rakkoo nageenya garee ABUT hawaasarraa ga’aa jiru ittisuuf qophii…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jiraatoonni naannoo Amaaraa Godina Kibbaa Walloo magaalaa Hayiiqii rakkoo nageenya gareen ABUT hawaasa naanichaairraa ga’aa jiru ittisuuf qophii ta’uu…
Aadde Mufariyaat Ambaasaaddara Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliz Dooktar Alaastaayer Maakfiil waliin mari’ataniiru.…
Fooramiin Hundeeffama Yuunvarsiitiwwan Yaa’aa Laga Awaashii fi Waabee Shabalee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Fooramiin Hundeeffama Yuunivarsiitiiwwan Yaa'a Laga Awaash fi Waabee Shabalee fi waltajjiin haala waktaawaa Hidha Haaromsa Guddichaa Yuunvarsiitii…
Biiroon Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Oromiyaa hojii tajaajila lammummaa Birrii biiliyoona 3’tti…
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Biiroon Barnoota, Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa Oromiyaa tajaajila Lammummaa lammiilee harka qalleeyyiif mana ijaaruu fi hojii biroo eegalchiiseera.…
Ityoophiyaan qocholaa irratti akeeku kamiiyyu injifannoon ni golobdi – obbo Iristuu Yirdaaw
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan qocholaa birmadummaa isheerratti akeeku kamiiyyu injifannoon ni golobdi jedhan Itti aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaaw.…
Hojjettoonni Biiroo Barnoota Oromiyaa mindaa ji’aa Raayyaa Ittisaaf kennuuf murteessan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Biiroo Barnootaa Oromiyaa mindaa ji’a tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaatiif kennuuf murteessuu isaanii Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Birmadummaa biyyaaf dhaabbachuu caalaa gootummaanis ta’e kabajni hin jiru – BDHKMNO
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Birmadummaa biyyaaf dhaabbachuu caalaa gootummaanis ta’e kabajni hin jedha ibsi Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa naannoo Oromiyaa baase.…