Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qonnaan bultoota ooyruu xiqqaa qabaniif tajaajilli faayinaansii fi inshuuraansi dhiyaachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) - Oomishaa fi oomishtummaa Qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota jijjiirama qabeenya qilleensaaf saaxilamanii fi ooyiruu xiqqaa irratti oomishanii…
Dargaggoonni egeree biyyaati – Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Dargaggoonni egeree biyyaa waan ta’aniif fayyadamummaa isaanii mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Bidiruun ‘Xaanaa nash’ 2ffaan magaalaa Adaamaatti simatamte
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Hara Xaanaa irratti tajaajila geejjibaa fi bashannanaa kennuuf gara biyyaa kan seente bidiruun maqaa ‘Xaanaa nash’ jedhamuun moggaafamte magaalaa…
Misooma Koriidarii marsaa 2ffaan dargaggoota kuma 60 oliif carraan hojii uumame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) -Misooma koriidarii marsaa 2ffaa magaalaa finfinneetti hojjetamaa jiruun dargaggoota kuma 60 oliif carraan hojii uumameera jedhe Waajjirri Hojii…
Yaa’iin nageenyaa biyyalessaa 3ffaan magaalaa Baahir Daaritti taa’ame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) - Yaa’iin nageenyaa biyyaalessaa 3ffaan mataduree “Amantiiwwan
nageenyaaf, walkabajuu fi waloomaaf” jedhuun magaalaa Baahir Daaritti taa’amuu…
Dhaabbata jireenya hawaasa qonnaan bulaa jijjiiruuf hojjetaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Qonna Oromiyaa jireenya qonnaan bultootaa fooyyessuuf hojiilee qonnaarratti bal’inaan hojjechaan jira jedhe.…
Nageenyi akka dhufuuf abbootiin qabeenya hidhattoota maallaqaan deeggaruu dhaabuu qabu- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Nageenyi akka dhufuuf abbootiin qabeenya hidhattoota maallaqaan deeggaruu dhaabuu akka qaban Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan.…
Faanaa Miidiyaa Korporeeshin sagantaa jalqabbii iddoo hojii mijataa uumuu gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Korporeeshinii Injinariingii Itiyoophiyaa waliin ta’uun sagantaa jalqabbii iddoo hojii mijataa uumuu gaggeesse.
Walitti…
Giddugalli gabaa hundagaleessi Laaftoo eebbisiifame
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Giddugalli gabaa hundagaleessi Laaftoo Lakkoofsi 2 eebbisiifameera.
Giddugalli gabaa kun lafa heektaara 8.8 irratti kan ijaarame yoo ta’u, kantiibaan…
Jiijjiirama magaalaa Finfinnee keessatti gaheen hojjettoota mootummaa olaanaadha- Aadde Adaanech…
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017(FMC)- Jiijjiirama magaalaa Finfinnee keessatti gaheen hojjettoota mootummaa olaanaadha jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Xumurri…