Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalli Wal’aansa Olaanaa Hospitaala Yaadannoo Zawdituu sadarkaa idil-addunyaa kan eeggatedha-…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Giddugalli Wal’aansa Olaanaa Hospitaala Yaadannoo Zawdituu qulqullina sadarkaa idil-addunyaa haala…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy AhimadNaannoo Amaaraa Godina Saba Oromoo Kamiseetti argamuun ummataaf ergaa dabarsaniiru.
Godinaalee naannoo…
Hojiin misooma Koriidarii eegalame magaalota hawwataa fi mijatoo taasise – Obbo Adam Faaraahi
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaan mata duree "Guddina Magaalotaa Olka'insa Itiyoophiyaaf! jedhuun Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti…
Wudib Waladoo Tigraay beekamtii Paartii Siyaasaa argate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa Paartii Siyaasaa Wudib Waladoo Tigraay (Dhaloota Tgiraay)'f beekamtii seeraa kenneera.
Boordichi…
Itiyoophiyaan yaa’icha akka qopheessitu filatamuun Itiyoophiyaaf ta’ee Afrikaaf seenaa guddaadha –…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii qabeenya qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii 32ffaa akka qopheessitu filatamuun Itiyoophiyaaf ta’ee Afrikaaf seenaa guddaadha jedhan…
Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi mata duree "Guddina Magaalotaa…
Tamsaasni Televizhiinii adda citee ture deebi’e
Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudatee tureen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citee ture.
Tamsaasni Televizhiinii Faanaa…
Tamsaasni Televizhiinii adda cituu…
Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudateen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citeera.
Sababa Kanaan tamsaasni Televizhiinii…
Biyyi beekumsa malee ijaaramtu hin jirtu- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan biyyi beekumsa malee ijaaramtu hin jirtu jedhan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa…
Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Magaalaan Samaraa Loogiyaa keessummoota Fooramii Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaarratti hirmaatan simachaa jirti.
Fooramiin magaalootaa Itiyoophiyaa 10ffaa…