Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karra Galaanaa – Waamicha Seenaa fi Uumamaa
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) – Fedhiin Itoophiyaan karra galaanaa argachuuf qabdu gaaffii faayidaa biyyaalessaa qofa osoo hin taane, waamicha seenaa fi uumamaa kan yeroo darbe…
Ministeerri Galiiwwanii pirojeektoota guguddoo biyyaalessaaf deeggarsa bulchiinsa galii ni kenna…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Ministeerri Galiiwwanii pirojeektoota guguddoo biyyaalessaaf damee daldala saffisiisuu fi bulchiinsa galii bu'a qabeessaaan deeggarsa ni kenna jedhan…
Gaachana Jabaa Birmaddummaa Biyyaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Birmaddummaa fi kabajni biyya tokkoo cimina daangaa fi nageenya uummataan madaalama.
Nageenyaa fi kabaja kana eegsisuu keessatti dhaabbanni cimaa,…
Humna Elektirikii Meegaa Waatii Kuma 9 Ol Maddisiisuun Danda’ame
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) - Bara baajataa 2018 keessa maddoota humnaa garaagaraa irraa humna elektirikii meegaa waatii kuma 9 fi 730 maddisiisuun danda'ameera jedhe Ministeerri…
Godina Jimmaatti biqiltuuwwan avokaadoo sagantaa ashaaraa magariisaan misooman bu’aa kennuu…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC) - Godina Jimmaatti baroottan darban keessa biqiltuuwwan avokaadoo lafa heektaara kuma 18fi 316 irra dhaabamuun misoomaa jiru.
Biqiltuuwwan kanneen…
Ashaaraan Magariisaa bu’aa dipilomaasii fi mallattoo misoomaa tokkummaa sab-daneessummaa ti
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa bu'aa dipilomaasii fi mallattoo misoomaa tokkummaa sab-daneessummaa Itiyoophiyaa ti jedhan Ministirri Qindeessaan…
Yaadotni gareewwan xixiqqaa 10 irraa maddan cimanii miseensota garee 50f dhiyaachaa jiru –…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Pirofeesar Masfin Ar'aayaa, yaadotni gareewwan xixiqqaa 10 irraa maddan erga…
Raayyaan Ittisaa fedhii diinota Itiyoophiyaa fashaleessaa jira- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisaa fedhii isaanii fashaleessaa jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.…
Akkaadaamiin Loltummaa Hoolataa qondaaltota kaadhimamoo marsaa 71ffaa koorsii Matammaa eebbisiisaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa mooraa Akkaadaamichaa Hoolataatti argamutti qondaaltota kaadhimamoo marsaa 71ffaa koorsii Matammaa eebbisiisaa jira.…