Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooyyeessii diinagdee gooroo guddina Itiyoophiyaaf murteessaa ta’e…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018(FMC) - Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf gaheen fooyyeessii dinagdee gooroo olaanaadha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob…
Magaalattiitti hogganaa itti aanaa Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa dabalatee namoonni 11…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Hogganaa itti aanaa duraanii Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa magaalaa Finfinnee dabalatee hoggantoonni fi hojjattoonni 11 poolisiin to'atamuun Mana…
Aadaa hojii sa’aatii 24’n misoomni koriidarii magaalattii ariifataa jira- Kantiibaa…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, aadaa hojii sa'aatii 24 magaalattiin misoomni koriidarii ariitiidhaan raawwatamaa jira jedhan,
Fuula…
Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa.
Ministeerichi qaamolee qooda fudhattootaa biirolee…
Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksisuuf gargaara – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksiisuuf gargaara jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI…
Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa magaala Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Komishinichi Manneen jireenya Godina Shawaa Lixaatti ijaarsise jirattootaaf dabarse
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Godina Shawaa Lixaatti Manneen jireenyaa tajaajila tola ooltummaa gannaan ijaarsise dabarsee kenneera.
Manneen…
Dooktar Abiy Riizoortii Hara Loogoo eebbiisan
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa har’aa Riizoortii Hara Loogoo eebbiisaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Yeroon galmee kaadhimamtootaa dheerate
Finfinnee, Amajjii 29 , 2018 (FMC) – Yeroon galmee kaadhimamtoota Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa hanga Guraandhala 16, 2018tti dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa…
Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Buusaa Gonofaan duudhaa namoomni ittiin calaqqisiifamuufi jireenyi guyyuu ittiin qajeelfamudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…